Abubakar muusaa

Abubakar muusaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abubakar muusaa, Grocers, Adam, Abu Dhabi.

ASWRWB HUNDI HORDOFTOOTA AMANTII ISLAAMAA KALLATTI AFRANIRRA JIRTAN BAGA ISININ GAHEBaatii kabajamtuu Ramadaana kan bara...
09/04/2024

ASWRWB HUNDI HORDOFTOOTA AMANTII ISLAAMAA KALLATTI AFRANIRRA JIRTAN BAGA ISININ GAHE
Baatii kabajamtuu Ramadaana kan bara(1445)xumurre Idal_fixriin geenye
Ayyaanni
Kanmilkii
Kangammachuu
Kankabajaa
Kanjaalala
Kaan fayyaa
Kan nagayaa
Kanwalidirmachuu
Kanwalbiradhaabbachuu
Kanwaliindhaadachuu
Kan umrii dheerinaa
Kan Rizqii bal'inaa
Kanwaanhundaansiyfataa

Hundakeessanifhaatahu
Horaa bulaa

YAA ALLAAH Baatii rahmataa tana tan waan sikadhannee hundaanmilkoofnuNutaasisi        Yaa AllaahUmrii dheertuuRizqii bal...
16/03/2024

YAA ALLAAH
Baatii rahmataa tana tan waan sikadhannee hundaanmilkoofnu
Nutaasisi
Yaa Allaah
Umrii dheertuu
Rizqii bal'oo
Imaana bareedaa
Jiruu teenyaa ibaadaa
Dhumakeenya shahaadaa
Soommanaafi qur'aanaa kanragaa nufbahu
Salaatakeenya kanifaanuftahu
Sadaqaa teenya kan ibidda jahannamirraa nueegu
Nutaasisi nugammachisi

Salluu Alaa AshrafalkhalqiYaa ummatal IslamJzk
14/03/2024

Salluu Alaa Ashrafalkhalqi
Yaa ummatal Islam
Jzk

ALLAAHUMMA TAQABBAL MINNAA Siyaamanaa waqiyaamanaWakulla saalihal A'amaalii Birahmatika Yaa Arhama _RaahimiinNabiyyii ja...
14/03/2024

ALLAAHUMMA TAQABBAL MINNAA
Siyaamanaa waqiyaamana
Wakulla saalihal A'amaalii
Birahmatika
Yaa Arhama _Raahimiin

Nabiyyii jaallatamaafi kabajamaa keenyarrattii salawaata buusaa
Jzk

ALHAMDULILLAH Kan umrii nudheeressee waggaa guutuu naannesse baatii durri ishii RahmataaWalakkaan araaraamaaDhumni ammoo...
10/03/2024

ALHAMDULILLAH
Kan umrii nudheeressee waggaa guutuu naannesse baatii durri ishii Rahmataa
Walakkaan araaraamaa
Dhumni ammoo ibiddarraa najaa ittiin bahaniin nugahe
Soommanni baranaakun
Kan gammachuu
Kadhatani argachuu
Kan umriidhaan dheerachuu
Rizqiidhaanfagaachuu
Beekumsaan gabbachuu
Addunyaafi aakiraa milkiidhaanjiraachuu nufhaatahu
Aaaaaaamiiiiiiiin
Aaaaamiiiiiiin
Aaaaaaamiiiiiin
Yaa Ilaahal Aalamiin

16/11/2023

Yeroo hunda gammaduu baattus
Nama gadduukee barbaadu biratti gammadaa fakkaadhu

30/10/2023

Duuti, beellii fi waraanni har'a ummata Wallaggaa irratti gadi fageenyaan adeemsifamaa jiru duula Oromoo cabsuu akka ta'e qondaalli duraanii KFO obbo Baqqalaa Garbaa himan.

Sagantaa OMN "balaa rifaasisaa Oromiyaaf falli maali?" jedhun qopheesse irratti kan hirmaatan obbo Baqqalaa Garbaa, sirni amma biyya bulchaa jiru kun ummanni Oromiyaa lixaa kun baduu qaba jedhee sirna amanuudha jedhan.

Rakkoo weerara dhibee busaa muudateefi rakko nageenya naannicha tureen ummanni godinaalee Wallaggaa rakkoo namoomaa hamaa keessa jiraachuu qaamoleen garagaraa dubbataa jiru.

Rakkoo muudate hordofee sagantaa OMN fala barbaaduuf Onkololeessa 21 bara 2023 qopheesse irratti kan hirmaatan qondaalli KFO duraanii obbo Baqqalaa Garbaa, mootummaan biyyaa bulchaa jiru itti kaayyeffatee ummata kana dhabamsiisuudhaaf hojjataa jira jedhan.

Mootummaan amma biyya bulchaa jiru kun jibba Oromoo Wallaggaa irratti har'a godhate boru naannolee biroo guutuu akka dhaqqabsiisu dubbataniiru.

Isa har'a diina godhate boru immoo fira godhata, isa har'a abaaru bor ni eebbisa waan ta'eef Oromoonni naannoo biroo gochi kun na bira hin gahu jedhanii cal'isanii laaluun sirrii miti jechuun obbo Baqqalaa Garbaa ummanni akka birmatu dhaamaniiru.

Waraana, beelaa fi dhukkubni har'a ummata Wallaggaa hubaa jiru bor balbala namaa hundaa kan dhaqqabu ta'uu eeruun har'uma waliif haa birmannu jedhu.

Akka Obbo Baqqalaa Garabaa jedhanitti "xiyyeeffaannaan sirna biyya bulchaa jiruu Oromoo cabsuuf eessaan haa jalqabnu, yoo naannoo kam cabsine Oromoon nuuf caba jedhanii karoorfatanii wallagga irraan eegalan.

Sirni amma biyya bulchaa jiru kun waa'ee Wallaggaa irratti waliif galee karaa diinagdee, barnootaafi roga hundaan ummata kana kuffisuuf ofii itti duulanii bira darbanii ormas itti duulchisan jechuun hima.

Oromoonni biyya biraa jiraatanillee yeroo biyy sana deeman dhugaa jalaa dhoksanii soba qofa waan itti agarsiisaniif rakkoonuu biyya sana keessa waan jiru itti hin fakkaatu.

Keessattu dubartoonni Oromoo wallaggaa rakkoo isaan keessa jiran rabbi malee namni isaan beeku hin jiru jechuun obbo Baqqalaan sagantaa OMN fala barbaaduu guyyaa kaleessaa qopheesse irratti dubbatani jiru.

Dubartoonni kunniin abbaa manaa isaanii irraa ajjeefamee, ilmaan isaanii kan guddatan irraa ajjeeffamani, inni kuun bosonatti galee haadholiin du'aa fi jireenya gidduu jiraata jiru jechuun Obbo Baqqalaan dubbatani jiru.

Kanaaf jecha ummanni keenya kan biyya keessaa fi alaa jiru tokko tokko isaaniitiin ummata dhibeefi beelaan dararaa hamaa keessa jiruuf gargaarsa gochuu akka qaban dhaamaniiru.

Addatti warri biyya alaa jiran carraa hojii bal'aa waan qabaniif hawaasa rakkataa jiru kanaaf sa'aatii itti dabalee hojjatee gargaaruu qabu jedhan.

Obbo Baqqalaan warra mootummaatiif kan dhaaman waan biraallee gochuu yoo dadhabdan gargaarsuma alaarra dhufu karaa itti hin cufinaa jechuun dhaamaniiru.

Haati gaameesaa keenya A.salaam  H.bakaree Addunyaarraa du'aan godaanuu erga dhageenye gaddi guddaan nutti dhagahameeraG...
30/08/2023

Haati gaameesaa keenya
A.salaam H.bakaree Addunyaarraa du'aan godaanuu erga dhageenye gaddi guddaan nutti dhagahameera
Garuu maal goonaree iddoon iddoo eenyullee irraa hinhafne waantaheef Haadha teenyaf rahmata kadhataa firafi aanaa isaatif obsaafi jajjabina hawwina
Rabbiin isaani haa Araaramu

26/08/2023
26/08/2023

SUBHAANALLAH SUBHAANALLAH
Subhaanallah
Rabbiin waa malee muusibaa hin buusuu waa malee ilma namaa kana hinmokkoruu garuu biyyaa tanatti naanno haramaa kanatti musibaa takkaa hindhageenye
Maaluma yaa khaaliqas_samaawaati wal Ardii
Badiin bakka tana geesseree
Allaahu Akbar
Allahu Akbar
Allahu Akbar

Address

Adam
Abu Dhabi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abubakar muusaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category