Hanna Tolemareyam

Hanna Tolemareyam Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hanna Tolemareyam, Grocers, Dubai.

24/10/2025

Qaama Dhimmisaa Ilaallatu Hundumaaf! 😳
👇👇👇👇👇👇
Namni kun asii maqaa tajaajilaatin diraamaa isaa hojachaa tureetu ta'uufii didnan amantii geeddaratee obboloota keenya musliimaa biraa deemee dubbii bulbulaa oolee bula. Akka nama sammuu qabnee ta'a. Wan barbaacha lafa sana dhaqe nutis isaanis beekna. Amantiin kan dhuunfaati wan barbaade keessa lixuun mirga isaadha. Garuu faayidaan argatuun maraqqanee yeroo garaagaraatti amantii keenya arrabsaa oola. Balleessan inni hojachaa jiru maali:-

👉Raajiin isini raaja gafan raajummoo ni kuftu nan kura jechaa diraamaa hojjatee nu arrabsaa oola
👉Hojii Hafuura Qulqulluu irratti irratti qoosee nu arrabsaa oola!
👉Luqqisii Macaafa Qulqulluu keessaa funaanee gara barbaadetti hikee nu Arrabsaa oola.
👉Faarfannaa keenya fuudhee walaloo isaa jijjiree ittin nuarrabsaa oola.
👉Ammammoo gidduu kana namicha şuura irratti argitan kanaan Ati Yesus warra Itiyoophiyaati jecha jechoota baayyedha Waaqa jecha tokkoon isa uumee al-takkan daaraa isa godhutti qoose.

Anan kan baayyee nadhibummoo warri kan keenyaa kan akka , fi maal hojjachaa jirtu? Akkamittin abba barbaade ka'ee gaafa maqaa nu balleeessu amantii keenya xiqqeesuf yaalu harka marattanii teessu? Namichi kun balleessaa tokko qofa miti kan inni nurratti hojachaa jiru. Irra deddeebi'e nu arrabsaa jira. Utuu yoona kana akkas jedhameera ta'ee yoona biyyi badeera. Warri kan keenya garuu cal jettani ilaaltu. Wajjirri dhabbata amantii keenya nuuf hin kabachiisne maalidha hojiin isaa? Dhuguma quuqama qabdu hojiitti jirtu taanan namichi kun akka seeran nuf gaafatamu godhaa!

Biyyi kun Biyyaa seera fi Heera qabdudha. Yoo dhuguma amantii keenya ni kabajama ta'e Qaamni seeraa dhimmi kun ilaallatu hundi namicha seexanni fardasaa godhate kana qabee seeratti nuf ha dhiyeessu! Hin taane taanan garuu bayyuma tuffatamaa jirra. 😡

Inni biraanimmoo kan ta'e barreeffama kana argu hundi ergaakoo kana haa godhu. Social media qabdan hundumarratti post gochuun sagalee keessan dhageesisaa.

Address

Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hanna Tolemareyam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hanna Tolemareyam:

Share

Category