Wabii kiyya

Wabii kiyya Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wabii kiyya, Grocers, Lalo, Dubai.

18/09/2024
18/09/2024
 ________________________📶Hagayya 23,2016:-✅Godina Hararghe Bahaa Aanaa Meettaattii Miseensonni Mana marii Bakka Bu'oota...
29/08/2024


________________________
📶Hagayya 23,2016:-
✅Godina Hararghe Bahaa Aanaa Meettaattii Miseensonni Mana marii Bakka Bu'oota Ummataa fi Miseensonni Caffee Oromiyaa hojii bakka bu'uummaa waggaa 3ffaa marsaa 2ffaa ilaalchisuun Hawaasaa Aanichaa waliin marii bal'aa gaeggeessanii jiru.

25/08/2024
22/08/2024
  Harargee_Bahaa fi Magaalaa_Sandaafaa Bakkeettii****************Biqiltuun Har'a Dhaabnu Egeree Keenya Milkiin Dabaala, ...
22/08/2024

Harargee_Bahaa fi Magaalaa_Sandaafaa Bakkeettii
****************
Biqiltuun Har'a Dhaabnu Egeree Keenya Milkiin Dabaala, Dhalootaafis galaa ta'a!

Karoora guyyaa tokkotti biqiltuu Miliyoona 600 akka biyyaatti dhaabuuf qabame milkeessuuf Godina Harargee Bahaa fi Magaalaa Sandaafaa Bakkeetti qophiin biqiltuu fi iddoon dhaabbii biqiltootaa xummurame.

Godina Harargee Bahaatti Hagayya 17 Biqiltuu Miliyoona 48 dhaabuuf qophiin kan xummurame yoo ta'u, Magaalaa Sandaafaa Bakkeettis biqiltuu 187,929 dhaabuuf qophiin taasifamee jira.

15/06/2024
24/04/2024

Har’a Hin Qusanne Maraammartoo Hiyyummaa Keessaa Ba’uu Hin Danda’u.
__________
keenya gama hundaan dorgommii keessa jirti.

addunyaa kana keessattis moo’ataa ta’uu kan dandeessu hojii hojjetamu hunda qulqullina, baay’inaa fi si’oomina barbaadameen yoo hojjetame qofa bu’a qabeessa ta'uun kan danda'amu.

ala gabaa keessatti wal dorgommiin jiru cimaa ta’aa dhufuu isaatiin sirna daldala bartee abboota irraa dhaalle keessaa ba’uun ammayyeessuun barbaachisaadha.

daldalaa ammayyaa’aan qusachuu, liqeeffachuufi dafqanii hojjechuu wajjin hidhata jabaa qaba.

qusatetu daldaluu danda'a; biyyas guddisuuf carraa bal'aa argata.

👉Kan qusate ka’umsa qaba.

jijjiiramuufis humnaafi jabina waan qabuuf dorgommii biizinesii keessa seenuu danda’a.Haata’u malee, dhaloonni har’a hin qusanne maraammartoo hiyyummaa keessaa ba’uu dadhabuu qofa osoo hin taane guyyaa rakkoon isa muudatu hirkoo hin argatu.

Kanaafuu, hojii daladalaa keessa karaa ammayyaa’een seenuu qofaaf osoo hin taane ofiif, maatiifi biyyaaf galaa boruu olkaawwachuuf har’a qusachuu eegaluun murteessaadha.

Keessumaa dhaloonni har’aa abdii egeree ta’an ammoo har’a qusachuufi dafqanii hojjechuun imaanaa gootota kaleessaa galmaan ga’uufi abdii dhaloota boruu mirkaneessuutu irraa eegama.

Kanaanis hiyyummaan qaanii ta’uufi badhaadhina hojii qabatamaan yeroo, humnaafi qabeenya uumamaa qabnutti sirnaan fayyadamnee dinagdee keenya sochoofnee mirkeessuun dhimma yeroo biraaf dhiifamu miti.

Address

Lalo
Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wabii kiyya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category