Ăñîýâ přëšś

Ăñîýâ přëšś Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ăñîýâ přëšś, Grocers, Genemi, Dubai.

Saallaallaahu Aleeyhi Waassaallaam saallaallaahu Aleeyhi Waassaallaam saallaallaahu Aleeyhi Waassaallaam saallaallaahu Aleeyhi Waassaallaam saallaallaahu Aleeyhi Waassaallaam saallaallaahu Aleeyhi Waassaallaam saallaallaahu Aleeyhi Waassaallaam saallaalla

25/04/2025
20/11/2024

Dubbistu malee hin dabrin

Gufuuwwan bu'aa ba'ii keessatti si mudatan
hundi dandeettii ati galma bira geesse tursiisuuf
qabdu akka siif dabalu

13/09/2024
Somaalilaand Waliigalteen Wal hubannoo Itoophiyaa waliin mallatteessite 'xumuramuu' ibsite===Somaalilaand Waliigalteen W...
12/09/2024

Somaalilaand Waliigalteen Wal hubannoo Itoophiyaa waliin mallatteessite 'xumuramuu' ibsite
===
Somaalilaand Waliigalteen Wal hubannoo ulaa galaanaa Itoophiyaa waliin Amajji 1 bara 2024 mallatteesite 'xumuramuu' fi hojiirra oolmaan waliigaltee kanaa waan hin oolle ta'uu ibsite.

Ministeerri Dhimma Alaa Somaalilaand hawwaasa dippilomaatii idil-adunyaaf Hargeessaa jiraniif Waliigalteen Wal Hubannoo [MOU] Itoophiyaa waliin mallattaa'e gara waliigaltee seera qabeessaatti jijjiiramee hojiirra ooluuf fiixeerra jiraachuu idubbateera.

↪️↪️ https://bbc.in/3B5sJ1O

12/09/2024

Daldala bunaa al-ergiirraa sharafni biyya alaa olaanaan argame

‘OBN Cyber Media’ Fulbaana 2, 2017-Ji’a Hagayyaa bara 2016 daldala Bunaa al-ergiirraa galii doolaara Ameerikaa miiliyoona 196 caalu argachuun seenaa keesstti ji’a tokkotti sharafa biyya alaa olaanaan argamuu, Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayee Itiyoophiyaa beeksise.

Galiin kun Buna toonii kuma 42 fi 32 biyyoota alaatti ergamerraa ta'uu, Daarektarri olaanaa abbaa Taayitichaa Dr. Addunyaa Dabalaa eeruun, kunis galii baatiiwwan hanga ammaatti argamerraa isa olaanaa ta’uu himaniiru.

Raawwiin ji’oota Adoolessaafi Hagayyaa bara 2016 waliigala baay’inaan buna toonii kuma 82fi 853 erguun galii Doolaara Ameerikaa miiliyoona 377 argameeras jedhan.Abbaa Taayiticharraa odeeffanne.

Addi Bilisa Baasaa Biyyaalessaa Ogaaden Masirii waliin hariiroo qabaacuu haale==Duraan qabsoo hidhannoo keessa kan ture ...
12/09/2024

Addi Bilisa Baasaa Biyyaalessaa Ogaaden Masirii waliin hariiroo qabaacuu haale
==
Duraan qabsoo hidhannoo keessa kan ture Addi Bilisa Baasaa Biyyaalessaa Ogaaden (ONLF) Masirii waliin hariiroo qabaachuu haale.

Addichi “dubbi qoccolloo” Itaamaajor Shuumiin Raayyaa Itisa Biyyaa Itoophiyaa Fiild Maarshaal Biraanuu Juulaa Masiriin garee hidhattootaa mootummaa waliin wal lolan baayyeesaanii gargaaraa turte jechuun dubbatan “cimseen balaaleffada” jedheera.

Guutuu odu kanaaf

↪️↪️

Duraan qabsoo hidhannoo keessa kan ture Addi Bilisa Baasaa Biyyaalessaa Ogaaden (ONLF) Masirii waliin hariiroo qabaachuu hale.

 ‼️"Teenya Dubbin Oluma"Itoophiyaa injifattee jirti keenya barana Ooluma !Ministirri Dhimma Alaa Rippaabilika Somaaleela...
12/09/2024

‼️
"Teenya Dubbin Oluma"
Itoophiyaa injifattee jirti keenya barana Ooluma !
Ministirri Dhimma Alaa Rippaabilika Somaaleelaand walii galteen Itoophiyaafi Somaalii laand gidduutti mallattaa'e boqonnaa xumuraarra gahuusaa dippilomaatota Idil Addunyaa Hargeesaa jiraniif ibsa kennaniiru.

Akka ministirichi jedhanitti waliigalteen Somaaleelaandiifi Itiyoophiyaa xumuramuufi waliigaltee seerawaa idil-addunyaa ta’uufi yeroo dhihootti hojii kan eegalu tahuus ibsaniiru.

Address

Genemi
Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ăñîýâ přëšś posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category