Ahmad ofii

Ahmad ofii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ahmad ofii, Grocers, shashamanee, Dubai.

04/03/2026

ችግሮች በውይይት ብቻ እልባት ሊያገኙ ይገባል ብለን እናምናለን። ውጊያ አንፈልግም። ችግራችንን ተወያይተንና ተነጋግረን መፍታት የተሻለ መንገድ ነው ብለን እናምናለን። ይህን ለመፍታት ሀገራዊ የምክክር መድረክ ወሳኝ መፍትሔ ሊሆን ይችላል ብለን እናምናለን። ስለሆነም ሀገራዊ የምክክር ኮሚሽን አቋቁመን ከሞላ ጎደል ከትግራይ ውጭ አብዛኛው ሥራ እየተገባደደ ነው።

በትግራይ ግን ውይይት እንዳይደረግ፣ ሕዝባችን ቁጭ ብሎ እንዳይወያይ፣ ጥያቄ አንስቶ መፍትሔ እንዳያገኝ፤ ያቆሞ ቀር ኃይል እያደናቀፈ ይገኛል። ይህ ደግሞ ትክክለኛ አቋም አይደለም።

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) ከኢዜአ ጋር በትግርኛ ቋንቋ ካደረጉት ቆይታ የተወሰደ

Sagaleen qawwee nurraa yaa callisu.Aadaan siyaasaa keenya godaanisa wal-kuffisuu fi dhiiga dhangalaasuun guutame kun sab...
04/02/2026

Sagaleen qawwee nurraa yaa callisu.

Aadaan siyaasaa keenya godaanisa wal-kuffisuu fi dhiiga dhangalaasuun guutame kun saba guddaa kana ija alagaa duratti xiqqeessee jira; dantaa saba keenyaa qawweedhaan eeguu caalaa, qeheen Oromoo goolamaa fi gidiraa seenaa keessatti hin argamin kaffalaa jiraachuun kufaatii guddaa dha. Amma yeroon nuti garaagarummaa yaadaa keenya ilaaf-ilaamee fi qaroominaan keessummeessuun, "Sagaleen Qawwee Qehee Oromoo Irraa Yaa Fagaatu" jennee nageenya waaraa uumnu dhufeera. Qawweedhaan wal-gooluu dhaabnee, Oromiyaa nageenyaa fi dinagdeedhaan ijaaruuf wal-dhaggeeffachuu fi tokkummaa dhugaa uumuun filannoo biraa hin qabne dha.

Qawween qehee Oromoo diigee jira. Dantaan Oromoo qawweedhaan dhugoomu hin jiru. Dantaa fi egeree Oromoo kan ijaaru dinag...
04/02/2026

Qawween qehee Oromoo diigee jira. Dantaan Oromoo qawweedhaan dhugoomu hin jiru. Dantaa fi egeree Oromoo kan ijaaru dinagdeedha. Sagaleen qawwee qehee Oromoo irraa fagaachuun araaraa fi tokkummaan qeheetti deebi’uu qaba.

Qawween qehee diiga malee hin ijaaru! Guddinni fi egereen keenya kan mirkanaa’u ijaarsa dinagdee jabaatiini. Sagalee qaw...
04/02/2026

Qawween qehee diiga malee hin ijaaru! Guddinni fi egereen keenya kan mirkanaa’u ijaarsa dinagdee jabaatiini. Sagalee qawwee caalaa sagalee tokkummaa fi araaraatu nu fayyada.

Nageenyi qehee keenyaaf dhimma filannoo hin qabnedha. Qawween miidhaa malee bu’aa dantaa Oromootiif fidu hin jiru. Har’a kan nu barbaachisu diinagdee ijaaruu fi walitti dhufeenya keenya cimsuudha. Sagaleen waraanaa nurraa hafee, jaalalaa fi araarri qehee keenya haa ijaaru

Sagaleen qawwee nurraa yaa callisu.Oromoon sagalee qawwee nuffee jira. Qeheen oromoo sababa qawweetii one jira. Qawween ...
04/02/2026

Sagaleen qawwee nurraa yaa callisu.

Oromoon sagalee qawwee nuffee jira. Qeheen oromoo sababa qawweetii one jira. Qawween waggootan turban darbe keessa qehee Oromoo keessatti dhuka’e Oromootti deega galchuurraa kan hafe bu’aa fide hin jiru. Dantaan oromoo qawweedhaan mirkanaa’u hin jiru. Sagaleen qawwee nurraa yaa callisu.

Barri qawween qehee Oromoo diigu xumuramuu qaba. Dantaan keenya kan mirkanaa’u qawweedhaan osoo hin taane, dinagdee jaba...
04/02/2026

Barri qawween qehee Oromoo diigu xumuramuu qaba. Dantaan keenya kan mirkanaa’u qawweedhaan osoo hin taane, dinagdee jabaa ijaarrachuuni. Sagaleen qawwee qehee keenya irraa fageeffamee, bakka isaa araara, tokkummaa fi badhaadhinaaf iddoo haa laannu. Ijaarsi egeree keenyaa harka keenya jira!!

Address

Shashamanee
Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmad ofii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category