26/05/2024
Taateen gaddisiisaan kun obboleettii keenya erga gahee as hanga ammaa Haqa hin arganneπ
Dhimmootni hedduunis jiruu jette harβa galgala Gammadaa Show irratti saβaatii 3:15 eegalee haa daawwannuuπ
Hangasittuu Ayyaantuun yaalaaf biyya alaa deemuuf waan jettuuf deggeraa
Account kun maqaa eessuma isheen banameπ
1000076818952 Commercial Bank of Ethiopia
014251313579800 Awash Bank