Merga Chala

Merga Chala Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Merga Chala, Grocers, Akaki, Adama.

"Feestaaliin naannoo xureessa, Jawaar immoo siyaasa keenya balleessa; akkuma naannoo keenya faalama pilaastikaa irraa qu...
08/02/2026

"Feestaaliin naannoo xureessa, Jawaar immoo siyaasa keenya balleessa; akkuma naannoo keenya faalama pilaastikaa irraa qulqulleessinu, nageenya waaraa biyya keenyaaf jecha siyaasa keenyas namoota summaa'aa akka Jawaar irraa qulqulleessuun dirqama dhaloota kanaan raawwatamuu qabudha."

*Fardeen Shaabiyaa*Jawaar haga yoomitti dhiiga Oromootiin daldalaa ? Garaa ofii guuttachuuf dhiiga nama qulqulluu dhanga...
23/10/2025

*Fardeen Shaabiyaa*
Jawaar haga yoomitti dhiiga Oromootiin daldalaa ? Garaa ofii guuttachuuf dhiiga nama qulqulluu dhangalaasuun , dhiigan daldaluun yoom dhaabbata ? Jawaar fi baandoonni kana yeroo amma kana Shaabiyaan waan jedhe hundaa ( haadha isaanii illee ) wareeguf duubatti hin jedhan .

Daandii Jawaar irra deemu hundii kan dhiigan guutamee . Kaleessa warra inni natti aanu, fira kooti jedhetu saba nagaa ajjeesanii jennan qaani tokko malee miidiya hawaasan bahee rakkoo qaama biraa gochuu barbaada . Kun diinuma fi baandummaa dha . Qoosa Jawaar uummata Oromoo irratti qoosa jiru tuffii inni saba keenyaaf qabu agarsiisa .

*'' ኑ ኢትዮጵያን ተባብረን እናፍርስ '' ጀዌ ቀዌ እና ክደቱ*እነዚህ ሰዎች በፖለቲካዊ አስተሳሰብ ፥ በርዕዮተ አለም እና በነበራችዉ የሀይል አሰላለፍ በፍፁም አብረዉ ተሰልፋዉ የማያዉቁ ፥...
13/06/2025

*'' ኑ ኢትዮጵያን ተባብረን እናፍርስ '' ጀዌ ቀዌ እና ክደቱ*
እነዚህ ሰዎች በፖለቲካዊ አስተሳሰብ ፥ በርዕዮተ አለም እና በነበራችዉ የሀይል አሰላለፍ በፍፁም አብረዉ ተሰልፋዉ የማያዉቁ ፥ በተቃራኒ ጫፍ የነበሩ ፥ ላለፉት 30 አመታት ደግሞ ለመጠፋፋት የሚፈላለጉ ሀይሎች ነበሩ ፥ አነዚህ ሀይሎች ምን አይነት ተዓምራዊ ሀይል ተፈጠዕሮ በአንድ አላማ ተሰለፉ ብለን እራሳችንን ብንጠይቅ መልስ አናገኝም፤
እንዚህ ሃይሎች አንድላይ እንዲቆዩ የሚያደርጋቸው ብቸኛው ነገር የአብይ መኖር ሲሆን አንድላይ ተባብረው እንዲሰሩ የሚያደርጋቸው አላማ ደግሞ ኢትዮጵያን ማፍረስ የሚለው አላማ ነው።

Baankiin Siinqee,badhaadhina uummata keenyaa qabatee baankii hundeeffamedha.Yeroo gabaabaa keessatti bu’aa gurgurdaa gal...
26/05/2025

Baankiin Siinqee,badhaadhina uummata keenyaa qabatee baankii hundeeffamedha.Yeroo gabaabaa keessatti bu’aa gurgurdaa galmeessaa jira.Uummata keenyaaf abdii guddaadha ‼️
Uummanni keenya jabeeffachuu qaba ‼️
Olollii Baankii Siinqee Bank irratti deemaa jiru kijiba ‼️Kun Baankii mul’ata sabaa qabudha ‼️

bu'i

Baankii Siinqee,baankii uummataa 🙏

25/03/2025
04/02/2025

Address

Akaki
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Merga Chala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category