25/06/2025
Wax.2017
Adaamaa ~ Abbaa Gadaa
👉Aanaa ~Buttaa❤️
"INDUSTIRII GODOO"
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa
Hojii Industirii Godoo Adda Addaatiin Waldaaleen addaa addaa gurmaa'aanii Fayyadamaa Ta'aa jiran. Haaluma Kanaan namoonnin 2500 ol carraa hojii qofaan fayyadamaa ta'aati kan jiran. Suuraan Waldaalee Muraasa👇
Aanaa Buttaa❤️