A/Jaboo

A/Jaboo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from A/Jaboo, Grocers, Adama.

09/04/2025
Mareen biyyaalessaa ajandaa guddaa dhalootni kun milkeessuu qabuufi dhaloota dhufuufis hiyyummaaf wal waraansa osoo hin ...
14/12/2024

Mareen biyyaalessaa ajandaa guddaa dhalootni kun milkeessuu qabuufi dhaloota dhufuufis hiyyummaaf wal waraansa osoo hin taane biyya badhaadhina ijaarteefi diimokiraasii gad dhaabde dhaalchisuuf hojjechuun nurraa eegama. Kanaafis hunduu of qopheessuufi ajandaa walitti qabuu naannoo keenyatti gaggeeffamuuf hirmaannaa ho’aa ajandaa uummata Oromoo bakka bu’u dhiyeessuuf hojjetamuu qaba.
Hirmaannaafi qooda fudhannaan keenya hunda haammataa taasisuu qofa osoo hin taane duudhaafi safuu sirna Gadaa irraa horatameen hogganamuun kuufama qormaatotaa keessa jirru keessaa ba’uuf hunduu gumaacha isarraa eegamu taasisuu qaba.

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when A/Jaboo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category