09/09/2025
Immimmaan Aakkaa Salphattii hin bahuu
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
Shira wal xaxaa dinoonni kaaraa maran xaxan keessaa darbinee xumuramuu hidha keenya arguu caalaa wanti nama gammachisu hin jiru. Lammileen keenya kallaattii hundaan hiyyessa, dureessaa,jaarsa,jaartii osoo hin jennee dhamaatii keessan bara dheeraa baga argitan. Yoo tokko tane waliin kaane waan kamuu milkessuu akka dandenyu kana irraa barattaanii tokkumma waloo keenyaatti akka amantanin dhamsa kooti. Irra deebiee baga gammadan ,baga gammanne isinin jedha.πͺπ»πͺπ»πͺπ»πͺπ»πͺπ»πͺπ»πͺπ»πͺπ»πͺπ»π€π»π€π»π€π»π€π»π€π»π€π»π€π»π€π»