Śîňbøø ķøø

Śîňbøø ķøø Simbo koo

09/02/2023

Jiraattonni Finfinnee huccuu halluu gurraacha uffatan tajaajila dhorkamuu himatan

Jiraattonni magaalaa Finfinnee BBC'f yaada kennan, uffata gurraacha waan uffataniif waajjira mootummaa tajaajilamuuf deeman seenuurraa akka dhorkaman himan.

Akka isaan jedhanitti waajjiraaleen tajaajila isaan dhorkatan kutaalee magaalaa, biiroolee galiiwwanii fi buufataalee poolisii aanaaleerra jiraniidha.

Dhimma Mana Amantittii yeroo ammaa qabatee mana murtiitti kan falmaa jiru ogeessi seeraa Andu'aalam Ba'iwuqatuu Gadaa sababa huccuu halluu gurraacha uffataniin namoota hiraarsuun dhiittaa mirga namaatti lakkaa'ama jedhe.
Himata isaanii fi atakaaroo mana amantichaan wal qabatu dubbisuuf; 👉👉 https://bbc.in/3Xdjpyc

08/02/2023
08/02/2023
19/11/2022

We stand with Etika Teferi and show him he is not alone. Oromo’s artist… Dereje Areda needs your support for Support Artist Etika Tafari (Ittiiqaa Tafarii)

Salawaata buusi salluu ala nabiyyi
26/09/2022

Salawaata buusi salluu ala nabiyyi

26/09/2022
03/09/2022

Haqa dubbadhu osoo hadhaawee

02/09/2022

Namni rakkoo takka nama irraa fure rabbiin rakkoo duniyaa fi akiraa isa irraa fura

Namni salawaata takka narratti buuse 10 isaaf galfama
02/09/2022

Namni salawaata takka narratti buuse 10 isaaf galfama

Address

Addis Ababa

Telephone

+251937020535

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Śîňbøø ķøø posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share