27/05/2026
Ayyaanni Eedal Adahaa Arafaa Waggaa 1447 bara 2028 Kara Duudhaa Amanticha egen Nagayaan Salatameeti jira.
(KAQ, Camsaa 18/2018)
Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbiitti Ayyaanni Eidal Adahaa Arafaa waggaa 1447ffaa karaa duudhaa fi qajeeltoo Amantaa Islaamaa eegeen haalaa miidhagaan sirna salaataan gaggaaffameeti jira
Sirna Kabaja Ayyaana Iida Arafaa kana irraatti I/G Mana Marii dhimma Islamaa Shek Mahammad Nuroo Ummata Islaamaatin Baga ittin isin ga'e erga ja'anii booda ayyaana kana yeroo kabajnuu Nageenya keenya egacha Rakkata gargaruu,hiyyeessa ollaa keenya nyaachisuu fi deeggaruun cina dhabachuu akka qaban dhamaniti jiru.
keessattuu obboleeyyan keenya kan yeroo muraasa dura waliin turree fi arra nu bira hin jirre yaadachuudhaan yatiimaa fi harka qalleeyyii naannawa mana jireenyaa keenyaatti argaman gargaaruun guyyaa ayyaanaa kana gammachuun waliin dabarsuu akka qaban irraa deebi'uun yadachiisaniti jiru.
Kan danda'uu ammoo hudiyyaa qalu akka qabu dhamaniiruu.