Waajjira Aadaa Fi Tuuriziimi Aanaa Haramaayaa

Waajjira Aadaa Fi Tuuriziimi Aanaa Haramaayaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Aadaa Fi Tuuriziimi Aanaa Haramaayaa, Grocers, Haramaayaa, Addis Ababa.

Manni murtii Aadaadha   haqa walootiif dhaabbate akkuma  falmu, tulluu halaala ifaan Aadaa hawaasa keenya   irraa ifuudh...
04/05/2024

Manni murtii Aadaadha haqa walootiif dhaabbate akkuma falmu, tulluu halaala ifaan Aadaa hawaasa keenya irraa ifuudha.

03/05/2024
20/03/2024

Sheekh Bakrii Saphaloo (Allahu marim) nama hayyuu Ajaa'iba jechaan ibsuun namatti ulfaatu turee. Yeroo boqonnaa isaatti darasoota isaa qoosan boharsuun beekkamaa. Qoosa isaa keessa takka isiniif haa ja'u" jaartin soddaa takka qarree wayii gubbaadha re'oota tiiysa qoraan funaannacha osoo jirtuu, gurbaan soddaa isii duuban itti dhufee,《Haayyoo gaararraa achi deemi je'een》osoo bultee hin gaafatin jechuu isaati. Jaartiinis eegaan gaararraa tahee Haayyoo jechuu maaf jalaa hin dhiisin jetteeni ja'ama.
Duuba hayyuun kun duuti isaa jiruu baqaa tan akka malee jiraacha osoo jiruu akka du'e kitaaba seena isaa kan dhiheenya eeybifame irraa ni hubannaa.
Biyya Somaliland , Kaanbii baqattoota tan magaala hargeeysa irraa fagaatte argamtu keessatti akka du'ee fi achumatti Awwalame kitaabicha keeysatti khatabamee jiraa.
Duuba hawaasni oromoodha iddoo Awwalcha isaa san maaf dagate? Eenyuutu iyyaafate bakka sana bara? Eenyuutu deeme ziyaara(du'ii godhaafi)?. Maatummaa somaliland waliin mari'achuun iddoon Awwalcha isaa san akka eeggamu, hawaasni oromoo akka baru fi iddoo seena akka taatu maaf irratti hojjachuu dagannee?.

20/03/2024

Address

Haramaayaa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Aadaa Fi Tuuriziimi Aanaa Haramaayaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category