Bulchinsa Godina Hararghe Bahaatti Aanaa Qarsaa Bulchinsa Ganda Quufaan Ziq

Bulchinsa Godina Hararghe Bahaatti Aanaa Qarsaa Bulchinsa Ganda Quufaan Ziq Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bulchinsa Godina Hararghe Bahaatti Aanaa Qarsaa Bulchinsa Ganda Quufaan Ziq, Grocers, Kersa , East Hararghe, Addis Ababa.

Hojii Misooma Sululaa Akka Ganda Quufaan Ziqitti hojii qabeenya uumamaatiin keessattuu gama gabbina biyyoo fi bishaaniti...
30/01/2026

Hojii Misooma Sululaa Akka Ganda Quufaan Ziqitti hojii qabeenya uumamaatiin keessattuu gama gabbina biyyoo fi bishaanitiif hojjatamaa jiru hanga ammaatti kana fakkaata.

09/10/2025
09/10/2025
Guyyaa 28/01/2018 Bulchinsa Ganda Quufaan Ziqitti Q/bulaan 3  haala kanaan bishaan Roobaa Cimmisachuu yammuu jalqabu Qon...
09/10/2025

Guyyaa 28/01/2018 Bulchinsa Ganda Quufaan Ziqitti Q/bulaan 3 haala kanaan bishaan Roobaa Cimmisachuu yammuu jalqabu Qonnaan bulaan biraatiis qophiirra jira.

Guyyaa 27/01/2018 Bulchinsa Ganda Quufaan Ziqitti Duulli kunuunsa biqiltuu Sulula wadaay Gaara Abbaa Duulaa keessatti ga...
08/10/2025

Guyyaa 27/01/2018 Bulchinsa Ganda Quufaan Ziqitti Duulli kunuunsa biqiltuu Sulula wadaay Gaara Abbaa Duulaa keessatti gaggeeffamuu haaluma walfakkaatuun Duullii Talaallii Anthrax fi Bovine Pasterolosis beeyladoota gandichaatiif bakka Itti gaafatamaan Fayyaa Beeyladaa Godina Harargee Bahaa jiruttiTalaalliin kuni bifa ho'aan guyyaa lamaaf Dhaabbata piroojaktii IRC Itoophiyaatiin kennamaa olee jira
Gandicha keessatti haalli teessuma lafaa bu'aa bahii hedduu waan qabuuf sangataan kenninsa Talaallii kanaa ganda bakka saditti ykn Zoonii Adee, Zoonii Bareentoo fi Zoonii Wadaayitti qooduun guyyaa sanbataa fi alhadaas hojiin Talaallii Zoonii Wadaayi fi Zoonii Adee kan itti fufu tahuun kan Zoonii Bareentoo xumurameeti jira.

Ijaarsa Mana Barnoota Bu'uura Boruu ijaaramaa jiru kana fakkaata
10/08/2025

Ijaarsa Mana Barnoota Bu'uura Boruu ijaaramaa jiru kana fakkaata

Amajjii 12/5/2017Hojin Misooma Sululaa Ganda Quufaan Ziq akkuma itti fufetti jira
20/01/2025

Amajjii 12/5/2017
Hojin Misooma Sululaa Ganda Quufaan Ziq akkuma itti fufetti jira

Rakkoo bishaan dhugaatii yeroo dheeraaf ture amma Qullubbii, Waahiil fi Hulul waraabuun hafee Boonooleen Akka ganda Quuf...
10/01/2025

Rakkoo bishaan dhugaatii yeroo dheeraaf ture amma Qullubbii, Waahiil fi Hulul waraabuun hafee Boonooleen Akka ganda Quufaan Ziq itti qabnu saglan (9)Aadee hanga Daanniisaatti tajaajilli bishaan dhugaatii ganda gandatti jalqabsiifnee jirra

Hojii misoomaa sululaa Ganda Quufaan Ziq Zoonii Aadee Gaara Balootti Amajjii 1 ,2017 bifa ho'aan eegalamee jira
09/01/2025

Hojii misoomaa sululaa Ganda Quufaan Ziq Zoonii Aadee Gaara Balootti Amajjii 1 ,2017 bifa ho'aan eegalamee jira

Address

Kersa , East Hararghe
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bulchinsa Godina Hararghe Bahaatti Aanaa Qarsaa Bulchinsa Ganda Quufaan Ziq posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category