Liigii Dargaggoo Aanaa Walgawoo Laga Barii

Liigii Dargaggoo Aanaa Walgawoo Laga Barii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Liigii Dargaggoo Aanaa Walgawoo Laga Barii, Grocers, Kura Jidda, Addis Ababa.

26/09/2024

๐—˜๐—ฒ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ด๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—”๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐— ๐—ฎ๐˜€๐—พ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ 2017 ๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ก๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—š๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ป

๐—›๐—ผ๐—ฟ๐—ฑ๐—ผ๐—ณ๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—”๐—บ๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ž๐—ถ๐—ฟ๐—ถ๐˜€๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—บ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฏ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ ๐—”๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐— ๐—ฎ๐˜€๐—พ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ 2017 ๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ป๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ถ๐˜€๐—ถ๐—ป ๐—ด๐—ฎ๐—ต๐—ฒ ๐˜†๐—ฒ๐—บ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ท๐—ฒ๐—ฑ๐—ต๐˜‚ ๐—ด๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚ ๐—ด๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ถ.

โœ…๐—”๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—ž๐˜‚๐—ป โคต๏ธ

โžก๏ธ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—š๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚,
โžก๏ธ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—ก๐—ฎ๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ๐—ฎ,
โžก๏ธ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ,
โžก๏ธ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—ง๐—ผ๐—ธ๐—ธ๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ,
โžก๏ธ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—š๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ถ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ,
โžก๏ธ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—บ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ'๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ
โžก๏ธ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ถ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—จ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐˜๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—›๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐˜๐—ฎ'๐˜‚.
๐—š๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ต๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ก๐—ฎ๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—บ๐—ถ๐—ฟ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ถ๐—ป๐˜‚ ๐—ป๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐˜๐—ฎ'๐˜‚.

๐—”๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ โฃ

Qaammee 5/2016Ergaa Baga Geessanii!!!!Bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii I/G/Liigii Dargaggoota Aanaa walg...
10/09/2024

Qaammee 5/2016
Ergaa Baga Geessanii!!!!
Bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii I/G/Liigii Dargaggoota Aanaa walgawoo laga barii Dar Maammoo Kabbadaa.
=============
Kabajamtoota, jalatamtoota Dargaggoota uummata Aanaa keenyaa fi Uummanni Oromoo marti baga bacaqii gannaa baatanii jala bultii booqaa birraa bara 2017 nagaan geessan.

Bara 2016 keessatti qormaatilee hedduun akka Aanaa keenyatti turan akka carraatti jijjiruun, ijifannoowwan gama siyaasaa,diinagdee fi hawaasummaan bara itti gonfanneedha.
Waktiin gannaa yeroo roobni roobee dacheen lolaa fi hurriin haguugamtu akkasuma lagni guutee firriif firri walitti ce'ee wal gaafachuu hin dandeenyedha.
Birraan waktii dadhabbiin ilma namaa itti argamu sanyiin faca'e firii buuse abaaboon daraaree dacheen qooree magariisa itti uffatuu fi abaabon dararee nama hawwatuudha.lagni ganna guutee firaaf aantee adda fageessu, birraan yoo bari'u hir'atee dacheen miidhagina uummamaan faayamtee firaaf aantee walitti dhiyeessuun hariiroo hawaasummaa cimsu fi abdii haaromsee walooma cimsu birraan waktii addaatti.

Barrii 2017 bara qormaata hunda itti injifannee imala badhaadhinaa jalqabame ariitii fi Kalaqaa mataa keenyan itti milkeessinuu fi boqonnaa seenaa haaraa biyyi keenya galmeessaa jirtu itti mirkaneessinu akka ta'u hawwii qaban ibsaa, hawaasni Aanaa Keenyaa ayyanicha yeroo kabaju kan dhabeef qooda,kan rakkate gargaraa sodaaf yaaddoo nageenyaa tokko malee akka kabajamu bakka hundatti dammaqinaan nageenya naannoo isaanii eeggachuun gahee adda durummaa bahachuu akka qaban yaadachiisanii jiru.

Barri haarofti 2017
๐ŸŒปKan Badhaadhinna
๐ŸŒปKan Gammachuu
๐ŸŒปKan Tokkummaa
๐ŸŒปKan Jaalalaa
๐ŸŒปKan Nagaa
๐ŸŒปkan milkaa'ina akka ta'u hawwii gudda isinif qabna
Ayyaana Gaarii!!!!

Address

Kura Jidda
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Liigii Dargaggoo Aanaa Walgawoo Laga Barii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category