Koominikeeshinii Bulchiinsa Ganda Biyyoo Gabaabduu

Koominikeeshinii Bulchiinsa Ganda Biyyoo Gabaabduu Odeeffannoo Qulqulluu yeroo isaa Eeggate isin biraan gahuuf kan onnate

  addaa Ganda Biyyoo Gabaabduutti waatiyyoo dibichaa tokkoo hududuudan dhalatee sagaraa fi hafuura baafachuu dhabuun du'...
27/09/2024

addaa Ganda Biyyoo Gabaabduutti waatiyyoo dibichaa tokkoo hududuudan dhalatee sagaraa fi hafuura baafachuu dhabuun du'a bira geeysee Ogeessi Fayyaa beeyladaa tooftaa addaa addaa Uumuun Yaaliin baqaqsaa daqiiqa 5 itti fudhate waatiyoon booli fi hafuura baafachuun dandamatee jira.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Koominikeeshinii Bulchiinsa Ganda Biyyoo Gabaabduu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category