Faana Dhugaa

Faana Dhugaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Faana Dhugaa, Grocers, Oromia, Addis Ababa.

08/12/2024

Cichitoota dhugaa warra dhugaaf jiraatan
Warra garaa dhiisee haqa sabaaf jiraatan....

07/12/2024

Hidhannoo mudhii qabaachuu caalaa hidhannoo sammuu qabaachuutu galma injifannoo akeeka!
Hidhannoo mudhiifi sammuu qabaachuunimmoo galma injifannoofi bilisummaa akeeka!

Hayyoota Gaaraa

07/12/2024

Oromiyaatti daa'imman dabalatee namoonni hedduun "Rayyaa Ittisaaf leenjitu" jedhamuun humnaan ukkaamfamuun ibsame

Haati daa'ima ganna 15 ukkaamfame akka himtetti, magaalaa Adaamaa ganda Angaatuu keessatti kanneen milishootaan mana kuusaa midhaanii keessatti hidhaman keessaa irra caalan isaanii maatiin Birrii kuma 20 hanga kuma 100 akka kaffalan gaafatamaniiru.
Qaamoleen bulchiinsaa fi nageenyaa mootummaa naannichaa qoratamanii akka itti gaafataman komishinichi gaafateera.

Address

Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Faana Dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category