Abdisa Mange

Abdisa Mange Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdisa Mange, Grocers, Addis Ababa.

26/11/2025

(10)⛪
Ba'uu 20 :1_17) 📖

1, Ana qofa waaqessii🙏

Waaqayyo dubbii kanatti fufee jiru hundumaa in dubbate
inni, "Ani Waaqayyo, gooftaa kee isa mana garbummaa biyya Gibxii keessaa si baasee dha.
"Waaqayyolii kan biraa tokko illee ana bukkeetti hin qabaatin!..
Ati bifa fakkeenyaa kanaaf hin sagadin, isaafis hin hojjetin! Ani Waaqayyo gooftaan kee Waaqayyo hinaafaa dha; cubbuu abbootaa hamma dhaloota sadii, hamma dhaloota afuriittis harka ijoollee warra na jibbanii keessaa nan barbaada.
Dhaloota warra na jaallatanii abboommii koo eeganiitti garuu, kumaatama isaaniitti gaarummaa koo nan argisiisa.
S B 20:2–5
S leww 19:4
K debi 4:24
K debi 27:15
Isaayas 40:18–26
S leww 26:1

2 ani waqaayyoo nama akkaasuman
Maqaa koo dha;u utuu hin adabin
Waan ani hin dhifneef ati
Maqaa koo maqaa waqaayyoo
Goftaa keetii akkaasumaan hin dha;in
S leww 19:12
S leww 24:16

maqa waaqayoo akkasuman hin waamin.
"Ani Waaqayyo nama akkasumaan maqaa koo dha'u utuun hin adabin waan ani hin dhiifneef, ati maqaa koo maqaa Waaqayyoo gooftaa keetii akkasumaan hin dha'in!

3 Guyyaa Sanbataa qulqullinatti eeguudhaaf yaadadhu!
S ba;u 20:8–10
S ba;u 16:23
Leww 23:3

Guyyaa ja'a hojii kee hojjedhu, jiruu kees hundumaa godhadhu!
Guyyaan inni torbaffaan garuu Sanbata ana Waaqayyo gooftaa keetiif eegamuu dha; ati, ilmi kee, intalli kee, hojjetaan kee, hojjettuun kee, horiin qe'ee kee, galaan kellaa kee keessa jirus isatti hojii tokko illee hin hojjetin!
"Ani Waaqayyo guyyaa ja'a keessatti bantii waaqaa fi lafa, galaana, wanta isaan keessa jiru hundumaas uumee, guyyaa torbaffaatti nan boqodhe; kanaaf ani Waaqayyo guyyaa Sanbataa nan eebbise, nan qulqulleesses.

4 Hadhaa Fi Abba Kee kabajii
Efeson 6:2–3

Biyya ani Waaqayyo gooftaan kee siif kennu keessa bara dheeraa akka jiraattuuf, abbaa kee fi haadha keef ulfina kenni!
5"Hin ajjeesin!
6 "Hin ejjin!

Hin Ejjin ✅
✍️ Ejji gammachuu biyya lafaa kan yeroo muraasaati. Haa ta'u malee, yeroo muraasatti jireenya namaa xureessa. Mar.7:20-23. Namni ejju gammachuu xiqqoof namummaan isaa xura'a ; bifaaf fakkeenya Waaqayyoo gadi dhiisa. Gammachuu biyya lafaatti maxxanuun fayyaatti du'uudha. Kitaaba Qulqulluu keessaatti ejjuun dheekkamsa guddaa kan namatti fidu ta'uusaa barreeffamee ni jira. Jecha kitaaba qulqulluu kanas dhaga'uu diduudhaan ; osoo dhaga'anii hojiirra olchuu diiduudhaan namoonni balaa kannaan du'an hedduudha.

✍️ Umuriin dhala namaa 969 irraa gara 120 tti kan gadi bu'e sababa ejjaaf. Uum 6:1

✍️ Badiisa ijoollee Eelii fi booji'amuu taabota Tsiyooniif sababni ejjaa ture. 1Sam. 2:22

✍️ Saamson ayyaana Waaqayyoo kenneef ; ayyaanni Waaqayyoo deebi'ee akka irraa fudhatamu kan taasise sababni ejja. A. Firdii 16:1

✍️ Biyyi Sadoomii fi Gaamooraa abiddi akka bokkaatti samii irraa kan gadi itti roobee kani isaan fixe sababa ejjaati. Uum 19:1

✍️ Haadhi manaa loox namoonni biyya sadoom akka isaan Ergamoota Waaqayyootti ejjaaniif waan waamteef ; ofiifis yaada ejjaa waan qabduuf booda ishee ilaaltee dhagaa soogiddaa kan taateef sababni ejja. Uum 19:26

✍️ Gosoota Isiraa'el bakka lamatti kan gargar qoode Samaariyaa fi Yihudaa Sababa Mootichi Solomoon ejjeef. 1Mot. 10 ÷1

✍️ Yoonaadaabiin Aminoon Obboleettii isaa irratti sababa ejjeef akka hin taanetti du'eera. 2 Sam. 13:1

✍️ Kanaaf Namni ejju mootummaa Waaqayyootti hin galu carraan isa eegatus abidda bara baraa keessatti bara baraan gubachuudha. 1 Qor. 6:9,


7"Hin hatin!
8"Nama irratti sobaan dhugaa hin ba'in!
9"Mana namaa duraa fudhachuudhaaf hin hawwin!
Haadha manaa namaa, hojjetaa isaa, hojjettuu isaa, qotiyyoo isaa, harree isaa, waanuma kan isaa ta'e duraa fudhachuudhaaf hin hawwin!" jedhe.
10 nama akkaa mataa ketii jalaadhu

✅jechootawangelaa jahan(6)

Matiwos (25:35_36)
1 kaan beela'e nyachisuu
2 kaan dheeboote Obasuu
3 kessummaa simachuu
4 kaan uffata dhabee daara baasu
5 kaan dhuukubsate gafachuu
6 kaan hidhamee gafachuu

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdisa Mange posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category