Waajiira mana maree A/D/libaanoos

Waajiira mana maree A/D/libaanoos Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajiira mana maree A/D/libaanoos, Grocers, D/Libaanoos, Addis Ababa.

22/12/2025

Cehumsa baadiyyaatiin fayyadamummaa hunda galeessa

Badhaadhinni Paartii nama giddu-galeefateedha. Mul’ataa fi galmoonni isaa hundi qananii ummataa dhuguumsuudha. Sagantaan dinagdee isaa irratti akkuma ibsame Paartiin Badhaadhinaa xiyyeeffannoo baadiyyaaf kennuudhaan galii qonnaan bulaa akka guddatu taasisuun hiyyummaa baadiyyaarra jiru hir'isuufi jireenya baadiyyaa mijataa gochuuf akka hojjeta.

Kana dhugoomsuudhaafis tarsiimoo ce'umsa baadiyyaa diriirsuun hojii qabatamaan hojjetamuu eegaleera.Dhimmootni gurguddoon baadiyyaatti akka dhugooman hojjetamaa jiran keessaa bu'uuraalee misoomaa sadarkaa gandaa babal'isuu,Tajaajila hawaasaa qaqqabamaa fi haqa qabeessa gochuu fi baadiyaa wiirtuu diinagdee taasisuu dha. Dhimmootni kunneen jijjiirama jireenyaa uummata baadiyaa kan ta’e, qonna aadaa irraa gara qonna ammayyaa, galii gad-aanaa irraa gara jireenya of danda’u, akkasumas tajaajila bu’uuraa daangeffamaa irraa gara tajaajila bal’aa fi qulqullina qabuutti ceesisuu danda’u.

22/12/2025
28/11/2025

Address

D/Libaanoos
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajiira mana maree A/D/libaanoos posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category