Bekele Garba

Bekele Garba Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bekele Garba, Grocers, U.S, Addis Ababa.

05/05/2026

Uummaatni Kun sirna kana irra wayyanee nuuf wayyaa kan jedhuuf sababaan bar.

Amboo irraa katee Finfinnee dhaquuf ganama sa'atii 12:30 booda.
maqaa makinaa manaatiin immoo halkaan keessaa sa'aa 9:00 kasee hanga 12:00 tirafikii, warraa keellaa eegaanifi Kantibaan waaligaalaan qarshii 300-1000 fudhaani dabarsuu.
Garuu uummaatni Waan beellama mana yaalaa, mana murtii, daldaalaafi hojjettootni motummaa finfinnee irra deddeebi'ani hojjetan 1200 kaffaan deemuu. yoo buufata konkolaataa eegaan itti barfataa waan ta'eef.
Konkoolaatan uummaata yoo baarii bahee seeraan ala ride uummata samu yoo bahe namni itti dubbatu hin jiru.

Qondaalonni Biltsiginnaa Oromiyaa caasaa mootummaa sadarkaalee federaalaa hanga aanaa irra jiran dhibbeentaa 90 caalaan ...
28/04/2026

Qondaalonni Biltsiginnaa Oromiyaa caasaa mootummaa sadarkaalee federaalaa hanga aanaa irra jiran dhibbeentaa 90 caalaan warruma bara Wayyaanee gulantaawwan garaagaraa irratti tajaajilaa turan akkasumas kanneen sirna yeroo sanaa waliin hidhata kallattii fi alkallattiin qaban akka ta'an qondaalli olaanaan dhaabichaa tokko himan.

Qondaalli olaanaan dhaabichaa nageenya isaaniif jecha maqaan isaanii akka dhahamu hin barbaadne OMN'f isaanii yaada kennan, yeroo jijjiiramaa waggaa 8tiin duraa qondaalota OPDO dabballee haaraatiin bakka buusuuf yaadamee sochii bal'aatu ture jedhan.

Yeroo Lammaa Magarsaa(PhD) aangoo irra turanitti gareen qophaa'ee sanadni leenjii dabballoota haaraaf baatiiwwaniif qophaa'uu yaadachiisan.

Ergasii booddee namoota jajjaboo beekumsa qabanii fi qabsoo keessatti hirmaannaa taasisan aanaalee mara irraa filanii leenjisuun dabballoota buleeyyii yeroo OPDO turan keessattuu warra yeroo sana hidhata jabaa sirnicha waliin qaban keessaa yaasaa warra leenji'an kana bakka buusuuf karoorfamee turee jedhan.

Kanaafis sanadni leenjii baatiiwwaniif erga qophaa'ee booddee dargaggoota beekumsa qabanii fi qabsoo keessa turan hooggansa ta'an aanaa mara irraa filuun mooraa leenjii galchuuf karoorfamee jedhan.

Dubbiin achii jallachuu akka jalqabes yaadachiisu.

Dargaggoota wayita aanaalee irraa filan qaama walabaatiin calaluun hafee dabballoonni aanaa irra jiran akka filan ta'ee jedhu.

Dabbalooonni aanaa irra jiran carraa argataniin dargaggoota ciccimoo qabsoo keessa turan dhiisanii warruma isaaniif ergamaa turan gara mooraa leenjii dabballummaa kanatti erguu qondaalli olaanaan biltsiginnaa Oromiyaa kun himan.

Namoonni muraasni ulaagaa yaadameen gara biltsiginnaa Oromiyaa seenan akka turanis eeranii, harka guddaan garuu warruma dabballoota buleeyyii waliin hidhata qabu akka ture dubbatan.

Gulantaa mootummaa gara oliitti immoo namoonni jijjiirama fiduu keessatti qooda qaban dhuunfaadhaan dhaabichatti dabalamanii turanis hedduu ta'uu himan.

Dejene Gutema tiin

๐„๐ซ๐ ๐š๐›๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐€๐ง๐ ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐‡๐š๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐Š๐š๐ฌ๐š๐š๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ข๐ฑ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐š๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ!. Ergabuusii Lafa Jamoo Maqaa nama 36ni fudhadhaa jedhee qarshii Kaffa...
25/04/2026

๐„๐ซ๐ ๐š๐›๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐€๐ง๐ ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐‡๐š๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ
๐Š๐š๐ฌ๐š๐š๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ข๐ฑ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐š๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ!.
Ergabuusii Lafa Jamoo Maqaa nama 36ni fudhadhaa jedhee qarshii Kaffaluu bira darbee Mucaa isaa duubara amma heermutee jirtu Kasaahuun waaliin bulchaa ture!.Kasaahuun Mucaaa faaraa rifeensaa isaa balziiniin farraafatu ture.
โ˜ž๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽ Kan Kasaahuun Hannaa barsisee Ergabuus.
โ˜ž๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽ Kan Dhugaatii fi Sagafaaluu barsisee Nagaaraa Dhugumaa, Dassuuu Amboo, Caalaa Abdaata, Faayisaa Leelisaa fa'aa.
Hattuun gaafa hattuu waal hattee hirachuu irratti waal looltii jedhan.

08/03/2026

Ati dubbatee turte๐Ÿ‘‡

28/02/2026

Akkuma Kaleessaa Oromoo finfinnee keessaa basaan kunoo hojjetaa mootummaa Shaggar keessaa qarshii humna ol itti buusuun akka hin gurmoofnee godhaan basaan guragee fi saba bira galchuuf gochaa jiru.
Carraan Oromoo kana๐Ÿ˜ญ

Uummaatni Amboo Rakkoo hamaa keessaa jirachuu hima jira.Filannoo Marsaa 7ffaa sababeeffaachuun jirataa qarshii 500 hanga...
24/02/2026

Uummaatni Amboo Rakkoo hamaa keessaa jirachuu hima jira.
Filannoo Marsaa 7ffaa sababeeffaachuun jirataa qarshii 500 hanga qarshii 10,000 ,daldaala 10,000 hanga 50,000 fi Abbootii qabeenyaa irra 100,000 hanga 300,000 funanuun Uummaata dararaa fi samaa jirachuu ibsama.
Hin kenninu yoo jedhan dararaamuu, magaalaa keessaa ari'amuu fi Shaneetti farajjamuudha jecha jira Uummaatni.

Hub. Uummaata amansisuu fi namusaaan qadhachuu waanti jedhu hin jiru.

Amala Warabeessaa fi farsee bulaa๐Ÿ™Warabeessi kan garaa isaa malee kan maqaa fi kana biraaf hin dhimmamuus hin rakkatuus....
23/02/2026

Amala Warabeessaa fi farsee bulaa๐Ÿ™

Warabeessi kan garaa isaa malee kan maqaa fi kana biraaf hin dhimmamuus hin rakkatuus.
Farsee bulaanis akkasumaa durgoo fi waan xixiiqqoo argannaan waa'een Uummaatas ta'ee biyyaaf iddo hin qabu iddoon inni kennuuf waanuma garaa isaa itti guutaatu yoo argateedha.
Kanaaf ija Siyaasaatiin osoo hin tanee ijummaa kenna tajaajiilaa fi misoomaa akka biyyaatti deemu yoo ilaalee ๐€๐ฆ๐›๐จ๐จ๐ง amma isheen biyyaa kana olte Olmaa ishee hin argannee.kun haaqa waaqa fi lafatii.
Garuu dhimmaa miaoomaan waal qabatee maqaa Kooridariin qumaarrii irratti taphaatamuu kana miti ๐๐ฎ๐ฆ๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐ค๐š๐ง๐š๐š๐ฌ ๐ช๐š๐š๐ฆ๐š ๐ฌ๐š๐๐ข ๐ญ๐š'๐š๐š๐ง ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ญ๐š๐ฉ๐ก๐š๐š๐ญ๐ฎ๐ฎ 1๐Ÿ๐Ÿ๐š. ๐ƒ๐ก๐š๐›๐›๐š๐ญ๐š ๐Ž๐‚๐‚ 2๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š. ๐Š๐š๐ง๐ญ๐ข๐›๐š๐š ๐ฆ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข๐œ๐ก๐š๐š 3๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐๐š๐š๐ฆ๐š ๐ฃ๐š๐ซ๐š ๐ค๐š๐ง๐š๐š๐ง ๐›๐ข๐ญ๐š๐ฆ๐ž๐ž ๐š๐ค๐ค๐š ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐ก๐ข๐ง ๐š๐ซ๐ ๐ข๐ง๐ž๐ž ๐ญ๐š'๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š.
Kana immoo Pireezidantiin ,partii fi Muummichii quba yoo jennee hin qaban. maaliif yoo jennee isaan magaalaa tokko miti kan hogganaanif bulchaan .
kanaafuu uummaatni Maddallii waan ta'eefi Uummaatatuu argaa Uummaatni jabatee mootummaa beeksisuun hattota quumaraa Amboo irrati hasawaan kana ofi irra ciree Amboo waan ishee madaalu argachisuu qaba.

Hub. Hojiin magaalaa saani keessaatti hojjetamuu daandii fi dishii fake dha. Bu'uuralee misoomaa achi keessaatti hojjatamaan fake dha.

17/02/2026

Kabineen waan isheen Oromoo hin gonee hin jiru!.
Oromoo saamuu, saafuu cabsuu, Oromoo buqqisuu, qe'ee Oromoo Oonsuufi hedduu dha.
Amma immoo quuftee dubartii Oromoo angoo dawoo godhatee Salphisaa jirti?

17/02/2026

Amallii Taayyee Danda'aa fi Nagawoo jimaa tokko!.

Qorichi qaamadii ana  naa filaadha!.
11/02/2026

Qorichi qaamadii ana naa filaadha!.

Address

U.S
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bekele Garba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category