𝑮𝒂𝒓𝒆𝒆 𝑩𝒖𝒏𝒂𝒂

𝑮𝒂𝒓𝒆𝒆 𝑩𝒖𝒏𝒂𝒂 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from 𝑮𝒂𝒓𝒆𝒆 𝑩𝒖𝒏𝒂𝒂, Grocers, 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒊𝒂, Addis Ababa.

Gamaaggamni raawwii hojii paartii fi mootummaa kurmaana 1ffaa bara 2018 gaggeeffamaa jira.---Fulbaana-28/2018  Madda Wal...
08/10/2025

Gamaaggamni raawwii hojii paartii fi mootummaa kurmaana 1ffaa bara 2018 gaggeeffamaa jira.
---
Fulbaana-28/2018 Madda Walaabuu,Bidiree

Godina Boorana Bahaa Aanaa Madda Walaabuutti Gamaaggamni Raawwii Hojii Paartii fi Mootummaa kan Kurmaana 1ffaa Bara 2018 Sadarkaa Aanaa bifa miidhagina Qabuun Jalqabamee jira.

Gamaaggama kana irratti argamuun haasaa baniinsaa kan taasisan Bulchaa Aanaa Madda Walaabuu Obbo Abdulkariim Aadam, Ittigaafatamtuu Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Madda Walaabuu Aaddee Gannat Toleeraa fi Ittigaafatamaa Waajjira KMD Godina Boorana Bahaa Obbo Abdulwaalii Mahmad yoo ta'an naamusa gamaaggamichi ittiin hogganamuu fi haala walii galaa irratti kallattii kaa'uun ifatti saaqaniiru.

Gamaaggama kana irratti kan hirmaatan Hoggansa aanaa fi Hoggansa Gandaa yoo ta'u gabaasni gandootaa, kan seekaroota aanaa fi cuunfaa duubdeebii walii galaa ni dhihaatas jedhameera.

Address

𝑶𝒓𝒐𝒎𝒊𝒂
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝑮𝒂𝒓𝒆𝒆 𝑩𝒖𝒏𝒂𝒂 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category