GareeJaalala

GareeJaalala Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from GareeJaalala, Grocers, Adaamaa, Addis Ababa.

06/06/2026
  Itti BuhaaraaGaaf tokko waraabessa tokkotu halkaan magaalaa seene osoo lafee waan argate fuffuunaanatu lafti itti bari...
04/06/2026

Itti Buhaaraa
Gaaf tokko waraabessa tokkotu halkaan magaalaa seene osoo lafee waan argate fuffuunaanatu lafti itti bariite rifatee waan godhu dhabee achumaan harree tokko argatee" akka bineensi si nyaanneen godhaati maaloo na baadhuti magaalaa keessaa na baasi" jedheen.
Harreenis tolee jetteen. Sanaan booda harreen sun lafa barii magaalaa keessaa Waraabessa baattee yeroo deemtu Ummanni magaalaa argee kaan harka walitti rukkuteefi kan waan isaa wallaalee raajeffatee osoo ilaaluu harreen sun waraabessa sana magaalaa keessaa baastee bosoona seensiste. Achiin booda bosona akkuma seenteen harreen sun "Narra bu'i kinoo magaalaa keessaa si baaseera" jennaan waraabessattiin kottu erga as geessee maatii koo hundaan waal si barsiisa ni firoomna" jetteni ammas Harreen" tolee jette mana waliin deemte. Akkuma mana gahaniin ilmooleen waraabessaa itti yaanan waraabessattiin" keessuma isiini fideen dhufe akka aadaa keenyaa godhaatii waa sadii naf ka'aa" jettee Harree sana ilmoo isheetti dhiste boolla ishee seente rafte.

Hamma kana hunda dhaabbatte dhageeffacha turte,miliquus hin yaalle! Waraabessattiin"waa sadii naa ka'aa"jette waa sadan sun,1ffaan Mataa 2ffaan Ijaa 3ffaan Gurra ture.Sana booda bakkuma harrittiin dhaabbatte jirtu sanatti ilmooleen warabeessa akkuma amaalaf aadaa ishee kufistee nyaachu egalte. Osoo nyaachaa jirani ilmoolee waraabeessa sana keessa tokko" Haati keenya waa sadii naaf hambisa jette turtee hin dagatiinaa" jennaan ilmoon kan biraa" waa sadeen sana hin qabduu callisaa nyaadha"jetten.

Achii erga nyaatanii fixaanii booda haati waraabeessoota yeroo hirribaa kaatu "waa sadii isiniin jedhe sana naf keessanii?"jetten. Achii marree mataa anaaf ka'aa isiinin hin jenne? Yommuu jettu ilmoon takka akkas jetten";-
Yaa haadha koo harreen tun waan 3n san hin qabdu" jetten ..
Haati "akkamitti hin qabne" ?
Ilmoon deebistee
* "Osoo mataa qabaatte si baattee hin dhuftu ture, *osoo Ijaa qabaatte immo osoo argu boolla kana si waliin hin seentu ture!
* Gurraas

20/05/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Haroo Haramaaya, Nabso Sabit, Fanaan Gurbatii Caffaa, Roba Mame, Jamal Abdalla, Abrahim Ahmmad, Ambiya Burka, Wushu Wolde, Faris Hasan, Badhasaa Nasir, Mohamad Husen Abrahim, Mujaahid Shifaa, Abdi Teshome, Lencoo Abdulqadir, Tasfaye Tadesse Tanga, Naim Abdulkadir, Agaroo Bontu, Ibrahim Abdala, Nasir Lammi, Muhefikr Misbah, Gutamaa Hawasii, Betii Lamesa, Firomsaa Amaan, Abd Uraman Qadii, Tókkíçhàà Ñóólléé, Dhalota Qubee Dhaloota Qawwee, Ziyaad Ahmaad Abdaalla, Abdurezak Mohammed, Mahamad Giddi, Mifta Zakir, Jon Mohammad Jon, Daniel Merara, Ra'uf Aliyyi, Birhanu Bedane Feyisa, Muhammad Sayyid, Mirgisa Takile, Jamal Edao, Seifedin Qamar Dasii, Haafiz Badruu, Kadiir Abdi, Ballisaa Abdo, Misgana Boggalaa, Wande Taye, Saboona Walloo, Hawi Nura, Habtamu Beqele, Rabiiraa Arsii Bahaa, Mu'aaz Naasir, Beqele Diriba, Yusuf Sulxi

Sanyii dhiiraa keessatti dhangalaasuun dubartootaaf fayidaa inni qabu.********************************************Yeroo ...
19/05/2026

Sanyii dhiiraa keessatti dhangalaasuun dubartootaaf fayidaa inni qabu.
********************************************
Yeroo walqunnamtii saalaa dhiirti yeroo takka dhangalaasuf anniisaa kiilookaaloorii 3-6 guba. Anniisaan tun anniisaa ulfaatina kuntaala 4 ykn 400kg ba'atanii meetira tokko yeroo deeman gubatuun wal-qixa. Dhiirti walqunnamtii saalaa irratti yeroo takka dhangalaaseefii dhiirti kuntaala 4 ba'atee meetira 1 deeme wal-qixa dadhaban jechuudha. Dhiironni kanaaf walqunnamtii saalaa booda dadhabu. Keessatti dhangalaasuun dubartootaaf fayidaalee hedduu qaba. Isaan keessaa muraasni;
* Ulfeessuf.
* Muudii gaarii akka qabaataniif
* Gammachiisuf.
* Hirriiba gaarii akka rafaniif.
* Ofitti amanamummaan isaanii akka dabaluuf.
* Boca qaamaa gaarii akka qabaataniif (dabbaa akka baasaniif).
* Miiidhagina gogaa isaanitif (gogaa bareedaa akka qabaatan gochuuf).
* Dandeettii qaamni isaanii dhibee ofirraa ittisuu dabaluuf.
Walumaagalatti faayidaalee fayyaa hedduu dubartoonni irraa argaatu.

Haadha manaa fi abbaa manaatu dabareedhaan   dhiqatu turan. Guyyaa tokko haati manaa dursitee dhiqattee abbaan warraa is...
19/05/2026

Haadha manaa fi abbaa manaatu dabareedhaan dhiqatu turan. Guyyaa tokko haati manaa dursitee dhiqattee abbaan warraa ishee dabaree isaa dhiqachuuf seene. Gidduudhaan ulaan rukutamnaan haati manaa dalga marxifattee ulaa banuuf deemte. Yeroo isheen bantu miiltoo hojii abbaa warraa isheeti. "Abbaa manaa kee barbaadeen ture" jedheen.
"Qaama dhiqachaa jira" yeroo isheen jettuun, akka nama ofirra deebi'ee deemuuf jedhuu achi deemee of duuba gara galee, "Harma kee natti agarsiisi qarshii 100n sif kennaa" jedhee gaafate. Isheenis xiqqoo akka yaaduu taatee, "Ilaaluu qofaa?" Jetteen. "Eeyyeen" jedhee deebisaaf. Adda bantee itti agarsiiste. Qarshii 100 kenneefii ammas akka nama gara dhufetti adeemuuf yaadee fuula naanneffatee of duuba deebi'ee, "Yoo harma kee na tuqsiiste qarshii 200 siifan kenna" jedheen. Isheenis qarshii 200tti garaa jabaachuu waan dadhabdeef xiqqoo yaaddee, "Tuquu qofaa?" Jetteen. "eeyyeen tuquu qofa" jennaan, ammas huccuu irraa saaqxee xuqsiiste. Xiqqoo susukkuumee qarshii 200 kenneefii ulaa banatee gara dhufetti deebi'e. Isheenis "ergaan kee maal ture?" Jennaan, "Hiriyaan kee dhufee ture qofa jedhii itti himi" jedhee deeme. Abbaan manaa ishees dhiqatee yeroo ba'u, "eenyu ture kan ulaa rukute?" Jennaan, "Hiriyaa bakka hojii keetiiti. " jetteen. Abbaan manaas xiqqoo seeqqatee "meerreree amma?" Jedhee gaafate. " Qaama dhiqachaa jira jennaan deebi'ee deeme" jetteen. Abbaan manaas nyaara walitti guduunfee," Qarshii 300 sitti kenneeraa?" Jedhee gaafate. Haati manaas baay'ee rifattee "Eeyyeen akkamitti barte garuu?" Jettee gaafatte.

"Lakki... Waajjira yeroo jirru Dhimma ariifachiisaafan barbaade jedhee narraa liqeeffatee ture " jedheen.
maxxansa mimmiidhagoo akkasii argachuuf Hawi follow taasisaa🙏🙏🙏

13/05/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Desalegn Habte, Haroo Haramaaya, Aliyi Oromou, Togolto Dawaro Amogisa Amogisa, Malka Oromia, Keder Mahamad, Lalisa Busa, Borgiidoo Wallaggaa, محمد الجمل, Tesfa Tola, Mantar Ali, Gemechu Fikadu, Debaba Dhaba Gada, Yasine Yusuf, Birhaanuu Dinbasha Dinbasha Adam, Hasan Hasan Mahammed, Sultaan Shek Muhaammed, Jireenya Haarawa Egalle, Nabat Mahammad Yuyaa, Arigeta Ye Ayana, Debere Bekele, Seenaa Ahmad, Adam Osman, Singer Wario Gudoye, Bulii Adem, Megersa Benti, Qaasim Ibrhim, Abduljebr Usman, Jaal Qaroo Sabaa, Muraad Muca Baya, Mahamad Hasse Hasse, Negesso Bati, Bilisa Mahamaad, Markan Fkr, Guuta Nagaarii, Abdi Xaha, Marsimoh Abbaajahoo Dima Abbajaho, Imaam Taarik, Abera Nuguse, Mahmmad Umar Abdulla, Najiiboo Abdoo, Kadir Woyama, Nuredin Ahmed, Falahat Abdela, Obsaa Aagmsso, Abdurezak Temam, ሞላ ጅብሪል, Alem Bezabhi, Badiru A. Giddii, Jihad Zenu

06/05/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Hussen Mohammed, Getu Wariyo, Dagafu Marga Cibsa, Doyo Dida, Tamirat Tesema, Yadata Shafi, Tilayie Gete, Kaaliid Kaaliid, Abdii Iiluu, Iran Iran, Firew Birhane, Mahammed Abrahim Mume, Mubiyee Jimmaa, Kee Beekii, Abdallaahi Shabboo, Bulo Dosho, Lamii Terefaa, Jihad Juw, Mahammad Qaassoo Adam, Caffee Araaraa Ani, Itisiqa Ahamad Jutt, Boopathi Kumaraiyan, Ahmad Abdallaa Aliyyii, Ahamadin Abrahim, Demese Desalegn, Desalegn Kilisa, ሙስሊም ነኝ, Sabbona Oromo, Lenca Øro Tube, Anuwar Abbagidi, Boona Qaallu, Jihad Badiruu, Kadir Idiris, Bulo Abu, Shibiru Fikadu, Abdii Baqqalaa, Abara Negesa, Jaarraa Jabal, Mosisa Dafa Getacho, Abdurahman Ibrahim, Dafahrii Micaa Balee, Hassan Aliyyii Ahimad, Milkkesso Jalatamma, Abdul Aziz Aliyyii, Wakuma Aboma, Gems Abdela, Meazi Abrahim Ahead Negn, Abdurhaman Burqa, Takiluu Immiruu, Naasir Usumaan

25/04/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Awale Kadiir, Abdu Esmael, Amad Mamad Mamad Yuya, Jihad Abamaca, Joseph Sh Wollega, Addisuu Idoo, Lalituu Misgana, Best Muca Dadar, Tofiq Nuradin, Aliyyi Abduu, Dagm Asabe Dese, Joshua Muse, Abdalhayyi Yaasin, Beenyaa Iluu, Kilta Gamade, Umar Hamdaa Doorii, Usamaa Ahamad Amiin, Aarifishaa Yea Hararge Lij, Alim Mahammad, Waabi Sabaa, Husein Kedir, Zubeer Jibiril, Sayid Maammad, Rais Jamali, Shaga Jima, Wanddee Geetachoo, AwwalMamud AwwalMamud, Chala Mekonen, Abdusalam Kaliif, Kenbona Lamesa, Mohammed Zekariya, Abu Zeeydi, Husii Man Husii Man, Gemechu Tolasa, Abdusattaar Mahaammad, Nure Abure, Isaaq Mohammad, Caltuu Abdii, Bilisuma Makura, Huseen Naasir, Yonas Badasa, Jak Farst, Temiru Igu Geda, MI Eso Nuree, Magarasaa Asaan, Sudii Mohamad, Moti Tulu, Umar Andoo, Abdala Hasan, Gurbatii Qaxalle

22/04/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Awale Kadiir, Abdu Esmael, Amad Mamad Mamad Yuya, Jihad Abamaca, Joseph Sh Wollega, Addisuu Idoo, Lalituu Misgana, Best Muca Dadar, Tofiq Nuradin, Aliyyi Abduu, Dagm Asabe Dese, Joshua Muse, Abdalhayyi Yaasin, Beenyaa Iluu, Kilta Gamade, Umar Hamdaa Doorii, Usamaa Ahamad Amiin, Aarifishaa Yea Hararge Lij, Alim Mahammad, Waabi Sabaa, Husein Kedir, Zubeer Jibiril, Sayid Maammad, Rais Jamali, Shaga Jima, Wanddee Geetachoo, AwwalMamud AwwalMamud, Chala Mekonen, Abdusalam Kaliif, Kenbona Lamesa, Abu Zeeydi, Husii Man Husii Man, Gemechu Tolasa, Abdusattaar Mahaammad, Nure Abure, Obsaa Shodhee, Isaaq Mohammad, Caltuu Abdii, Bilisuma Makura, Huseen Naasir, Yonas Badasa, Jak Farst, Temiru Igu Geda, MI Eso Nuree, Magarasaa Asaan, Sudii Mohamad, Moti Tulu, Umar Andoo, Abdala Hasan, Gurbatii Qaxalle 👎❤️❤️❤️

Address

Adaamaa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GareeJaalala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category