Wajjira Gurmuu Dargaggoo Aanaa Daawoo

Wajjira Gurmuu Dargaggoo Aanaa Daawoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wajjira Gurmuu Dargaggoo Aanaa Daawoo, Grocers, Buusaa, Addis Ababa.

27/05/2026
27/05/2026
16/03/2026

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenya Birmadummaa Midhaan Nyaataati!

Paartiin Badhaadhinaa tarsiimoo ce'umsa qonnaa qopheessuudhaan jijjiiramni caaseffamaa akka taasifamu gochuu isaatiin jijjiiramni qabatamaan argamaniiru.
Misooma Jal'isii irratti hojii hojjetameen qonni
keenya hirkattuummaa roobaa jalaa akka bahuu taasisuun waggaatti yeroo lamaa fi isaa ol oomishuun dandaa'ameera.
Itoophiyaan kadhachuu hin qabdu ejjennoo jedhuun qamadii deggarsaan galaa ture oomishuu eegaluu keenyaan biyyoota Afrikaa qamadii oomishan keessaa sadarkaa jalqabaatti dhufuun dandaa'amera.
Akka biyyaatti oomishni waliigalaa qamadii bara 2012 kuntaala miiliyoona 53.9 ture bara 2017tti kuntaala miiliyoona 280 tti ol guddisuun danda’ameera.
Raawwiin kun milkaa'ina galma Birmadummaa Nyaataa biyyaa keenyaa mirkaneessuuf qabanneef agarsiistuu guddaadha.

Address

Buusaa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wajjira Gurmuu Dargaggoo Aanaa Daawoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category