Mana Barumsa Addaa Jalloo Muktaar

Mana Barumsa Addaa Jalloo Muktaar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Barumsa Addaa Jalloo Muktaar, Grocers, Gemechiis, Asebe Teferi.

20/04/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Fiixa Bass Saba, Bashaasha Nama, Wabbiin Koo Raabbumma, Mahamed Abdurahman, Abdii Magarsaa Ok, Sisay Habtamu, Hundee Galataa

😘🤔❤
20/04/2025

😘🤔❤

10/03/2025

This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

29/01/2025

Yaa’ii Paartii Badhadhinaa 2ffaarraa maaltu eegama?

 Yaa’ichaan murtoowwan mul’ata badhaadhina waloo Itiyoophiyaa mirkaneessuu danda’an ni darbu jedhamee eegama

 Murtoowwaniifi kallattiiwwan Paarticha cimsuu danda’an ni darbu jedhamee eegama

 Murtoowwan imaammataafi tarsiimoo mootummaa cimsan ni darbu jedhamee eegama

 Murtoowwan guddina waaraa mirkaneessan gara garaa ni darbu jedhamee eegama

 Kallattiiwwan qaala’insa gatii tasgabbeesuu, carraa hojii babal’isuu, guddina dinagdee itti fufiisuufi kenna tajaajilaa si’eessuuf gargaaran ni darbu jedhamee eegama

 Murtoowwaniifi kallattiiwwan faayidaa biyyaalessaa mirkaneessan ni darbu jedhamee eegama

 Murtoofi kallattiiwwan Itiyoophiyaa fakkeenya Badhaadhina Afriikaa gochuuf gargaaran ni darbu jedhamee eegama

 Yaa’icha milkeessuuf koreewwan gara garaa hunda’anii qophii taasisaa kan turan yoo ta’u qophiin walii galaa xumurameera

 Yaa’ichi mata duree ‘ waadaarraa hanga Aadaatti’ jedhuun taa’aama

 Paartiin Badhaadhinaa, Paartii miseensota miiliyoona 15.7 qabuudha

 Paartiin Badhaadhinaa, Paartii ummataafi biyya guddoo hogganuudha

 Paartiin Badhaadhinaa, Paartii dameewwan hundaan milkaa’inoota gurguddoo galmeessisaa dhufeedha, sababa kanaanis Yaa’ichi xiyyeeffannoo addaa argateera.

 Yaa’icharratti namoonni kuma 1 fi 700 sagalee kennuun hirmaatu

 Miseensonni koree giddu galeessaa, miseensonni Inspekshiniifi komishinii Naamuusaa, gurmaa’insi gara garaa ni hirmaatu

 Bakka buutonni kutaalee hawaasaa, bakka buutonni paartilee morkattootaafi keessummoonni sagalee malee hirmaatu.

 Biyyoota addunyaa gara garaarraa 15 irraa bakka buutonni paartilee obbolaa yaa’icharratti hirmaachuun walooma isaanii ni ibsu jedhamee eega

 Paartiin Badhaadhinaa waggoottan darban qaala’iinsa gatii tasgabbeessuu, omishaalee biyya keessatti bakka buusuu, daldala al ergii guddisuu, hojiiwwan namarratti xiyyeefataniifi hojiiwwan biroo hojjeteera

 # # # G/H/Lixaa Aanaa Gammachiis M/Barumsa Addaa Jalloo Muktaar sad- 1ffaa  Hojii Inisheetiivii kanniisaa   # # #
05/01/2025

# # # G/H/Lixaa Aanaa Gammachiis M/Barumsa Addaa Jalloo Muktaar sad- 1ffaa Hojii Inisheetiivii kanniisaa # # #

Address

Gemechiis
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Barumsa Addaa Jalloo Muktaar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category