Mana Murtii Aanaa Xiyoo / Tiyo District Court

Mana Murtii Aanaa Xiyoo / Tiyo District Court Hojii Mana murtii aanaa xiyoo baruu barnaduu

Beeksisa qaccarrii
28/04/2026

Beeksisa qaccarrii

Sagantaan marii karoora bara 2018, walharkaa fuudhiinsi karooraa fi sirni badhaasaa fi beekamti gaggeeffameera
13/10/2025

Sagantaan marii karoora bara 2018, walharkaa fuudhiinsi karooraa fi sirni badhaasaa fi beekamti gaggeeffameera

17/08/2025
Gaafa Waxabajjii 25, 2017 Manni Murtii Aanaa Xiyoo gamaggama raawwii hojii waggaa gaggeessee jira. Gabaasni raawwii hoji...
02/07/2025

Gaafa Waxabajjii 25, 2017 Manni Murtii Aanaa Xiyoo gamaggama raawwii hojii waggaa gaggeessee jira. Gabaasni raawwii hojii walii galaa dhiyaatee ciminaalee fi hanqinaalee jiru irratti karaa bilchina qabuun erga mariin gaggeeffamee booda hanqinaalee mul'atan maqsuudhaan ciminaalee jiran itti fufsiisuudhaan kallattii qophii karoora bara 2018 keessatti sirreeffama barbaachisaa taasisuudhaan ammuma irraa ciminaan hojjatamuu akka qabu akeekuudhaan gaggamichi karaa milkaa'iina qabuun goolabameera. Hawaasni Mana Murtichaatis gara gahiinsa abbaa dhimmaa karaa guutuu ta'een milkeessuu fi gahee irraa eeggamu kamuu bahachuuf kutannoo ol'aanaa akka qaban ibsaniiru.

28/05/2025

Hawaasni MMA Xiyoo gaafa 20-09-2017 qulqullina mooraa Mana Murtii keenyaa haala bareedaadhaan qulqulleessaniiru. Ulfaadha jenna!

Hawaasni MMA Xiyoo gaafa 20-09-2017 qulqullina mooraa Mana Murtii keenyaa haala bareedaadhaan qulqulleessaniiru. Ulfaadh...
28/05/2025

Hawaasni MMA Xiyoo gaafa 20-09-2017 qulqullina mooraa Mana Murtii keenyaa haala bareedaadhaan qulqulleessaniiru. Ulfaadha jenna!

Address

Asrii Asella
Asella
MMAX

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Murtii Aanaa Xiyoo / Tiyo District Court posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mana Murtii Aanaa Xiyoo / Tiyo District Court:

Share

Category