Waajira Maallaqa Aanaa Surroo Barguddaa

Waajira Maallaqa Aanaa Surroo Barguddaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajira Maallaqa Aanaa Surroo Barguddaa, Grocers, Suro Barguda, Awassa.

04/09/2025
Guyyaa 1/12/2017 Waajira Maallaqa Godina Gujii Lixaatti Raawwii Hojii  Bara 2017 tiin  Aanaaleen Milkaa'ina Hojii Baayye...
07/08/2025

Guyyaa 1/12/2017 Waajira Maallaqa
Godina Gujii Lixaatti Raawwii Hojii Bara 2017 tiin Aanaaleen Milkaa'ina Hojii Baayyee Qabaniif Badhaasaafi Waraqaa Beekamtii Yoo Kennuu Aanaan Surroo Barguddaa Sadarkaa 3ffaa Bahuun Waajira Maallaqa Godina Gujii Lixaa Badhaasa Printeriifi Waraqaa Ragaa Badhaasee Jira.Milkaa'ina Kana Bara 2018 Akka Caalchisu Kallattiin Kaa'amee xumuramee Jira.
Waajirri Maallaqa ASBarguddaatiif Gammachuu Guddaadha

Godina Gujii Lixaa Aanaa Surroo Barguddaatti Hojiin Badhaadhinnaa Milkeessuuf Eegalame Gochaan Agarsiifamaa Jira.Pirojek...
27/07/2025

Godina Gujii Lixaa Aanaa Surroo Barguddaatti
Hojiin Badhaadhinnaa Milkeessuuf Eegalame Gochaan Agarsiifamaa Jira.Pirojektiwwaan Karoorfaman Hunda Yeroo Jedhame Keessatti Fixuuf Ariitiif Qulqullinnaan Hojjatama Jira.Hojiin Koliderii Magaala Keessa akkuma karoorfameen Hojiirra oolaa Jira .
Aanaa Surroo Barguddaa Misoomsuun Biyya Misoomsuudha .
👉Waajira Maallaqa Aanaa Surroo Barguddaa Follow taasisuun Hordofaa.
👉Adoolessa 2017 Surroo.

Godina Gujii LixaaAanaa Surroo BarguddaaBaajata Bara 2018Hojii Ijaarsa Pirojektii Daandii Magaala Surroofi Hojii Ijaarsa...
26/07/2025

Godina Gujii Lixaa
Aanaa Surroo Barguddaa
Baajata Bara 2018
Hojii Ijaarsa Pirojektii Daandii Magaala Surroofi Hojii Ijaarsa Mana Murtii Aanaa Surroo Barguddaa Haala Gaariin Jalqabamee Hojjatamaa Jira.

25/07/2025

Guyyaa 18/11/2017
Godina Gujii Lixaa Aanaa Surroo Barguddaatti Hojiin Daandii Magaala Keessaafi Hojiin Daandii Koliderii Magaala Keessa Hojjatamuun Magaala Keessa,Keessaa akkuma itti Fufeefi Hojiin Pirojektii Mana Murtii Xumursiisuu Haala Ariifataan itti Fufee Jira.

25/07/2025
Guyyaa 14/11/2017 Godina Gujii Lixaa Aanaa Surroo Barguddaatti Ganda Surroo Magaalaa Keessatti Hojiin KTL Gannaa Sassaab...
21/07/2025

Guyyaa 14/11/2017 Godina Gujii Lixaa Aanaa Surroo Barguddaatti Ganda Surroo Magaalaa Keessatti Hojiin KTL Gannaa Sassaabbii Midhaan Gannaa Irratti Hojjataan Waajira Bulchiinsaa Walitti Qabaa oolanii jiru.Akka Itti Gaafatamaan Waajira Bulchiinsaa Obboo Galma Cuqulloo jedhetti Muuxannoon Kun Sekterootaa Aanaa Keennaa Hundatti Akka Babaldhatu Dhaamanii jiru.

Address

Suro Barguda
Awassa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajira Maallaqa Aanaa Surroo Barguddaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category