Hasan abdishee yusuf abraahim jaamii$%

Hasan abdishee yusuf abraahim jaamii$% Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hasan abdishee yusuf abraahim jaamii$%, Grocers, Machaaraa, Aweday.

20/10/2023
07/10/2023
14/09/2023
14/09/2023

Dubbii oowwituu akka isin yaaddan kana miti

Ummata rukutamaa mee dhagaya sheer godha
Barreessaa kitaaba " رفع الراية في فضائل مايا" Yeroo dhiyotti inshaa allaaha

Namni mataan isaa 🔨🔨burusha mataan nama hundaa burusha itti fakkaata jedhan 🔨🔨Ustaazni isin dubarrtiidhan kan kutaa gootan saniis miti dhiheenya kana ustaazoottin teenya itti qoosa turan male akka isin as gubbaa saantima sagali sagaltamiin sharafuuf tattaaffattan kanaa miti kan Akka isin yaada jirtaniis miti innii yeroo dhihootti kitaaba ajaa'iba qabatee eebbisuuf qophii ajaaibaatiin dhufaa jira qophaawaa

14/09/2023

Dhugaan yoo Ustaaz Ibsaa Jaalattan mee Makiinaa isaa tan Hawaasni keenya biyya Sa'udii badhaase Qaraxa isii irraa baasnee haa galchinuufi. Qeerroo Ajanddaan keenya makiinaa ustaaz Ibsaa galchuu irratti challenge kana haa tahu!
Bakka jirtanitti gurmaawaa waan danddeesaniin Makiinaa isaa galchuu irratti xiyyeefadhaa! Yaa'ii biraa nurraa dhiisaa!

14/09/2023

"Muftii biyyattii, Beekaa Fii hayyuu, ittiin Dhaadannu, Sheekha kenya Sheikh Ahmed Watar. Umrii isaanii nuuf haadheressu.🤲

Qilleensi Nasrii Bubbise waliin,yero bareedaa.Nama kabajamaa waliin Beekaa fi hayyu waliin,!

Address

Machaaraa
Aweday

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hasan abdishee yusuf abraahim jaamii$% posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category