Gechi 05

Gechi 05 holqaa fi finca'a dangiwajjiin haa misoomsinuu

26/07/2026

Marii biyyoolessa.
Biyyaalessaa walii galtee waloo tolchuuf adeemsifama male....wal_falmi nati hin fakkatuu.!!!! Uummati keenyaa illee Akkasiti hubataa✅
Murtiin marii kana keessatti godhamu kamiyyuu murtii walooti jedhame amanamaa.♦haqaas!!!
kamuu Sabni tokko yoo na fayyadaa jedhee waan itti amanee qofa akkaa fudhatamu uummati keenyaa Amanaata guutuu qaba 💔
tokko murtiin darbee tokko murtii waloo miti jedhee yoo shakke....
Sagalee caalmani itti fe'amaa yaadni jedhu yoo jiraate fudhatamaa hin qabuu
✅marii kanaa keessatti shakkee tokkoo sabnii fedhee fudhachuu dhiisuuf mirga guutuu qabaa.
Kunis qajeeltoo jirudha.
immoo shakkii fi burjaajjii hin barbaachifnef Akkaa hin uumamnee hawaasa keenyaa Adeemsa marii kana iftominaa uumma deemuun milka'inaa marii kanaaf dansaa ta'aa .
Kanaaf Adeemsaa marii kana hawaasaa keenyaa hubachuu deemuun immoo barbaachisaadha.💔💛💙

Address

Bedele
403

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gechi 05 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category