Ibroo Badhaadhinaa

Ibroo Badhaadhinaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ibroo Badhaadhinaa, Grocers, Harargee Bahaa Baddannoo, Bedenno.

   Hayyoonni bu'uura qaroominaafi utubaa ijaarsa biyyaati!*******Biyya cimtuu fi kabajamtuu hirmaannaaf tumsa lammiilee ...
24/01/2025


Hayyoonni bu'uura qaroominaafi utubaa ijaarsa biyyaati!
*******
Biyya cimtuu fi kabajamtuu hirmaannaaf tumsa lammiilee hundaatiin ijaaramtee fi badhaadhinatti tarkaanfatte horachuuf sochii taasifamaa jiru keessatti hayyoonni qooda hangafaa qabu.

Hirmaannaa hayyoonni ijaarsa biyyaa keessatti taasisan guddisuudhaan galmoota imala badhaadhina biyyaa dhugoomsuun haala danda'amu irratti hayyoota Manneen Barnoota Sadarkaa 2ffaa waliin mariin gaggeeffameera.

Marii kana irratti argamuun haasawa kan taasisan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Godina Harargee Bahaatti Itti Gaafatamaan Damee Ijaarsa Obbo bu'uurri qaroominaa fi utubaan ijaarsa biyyaa hayyoota ta'uu ibsanii, sochiileen gama misoomaa fi nageenyaatiin eegalaman caalmaatti akka dhugoomanii fi ijaarsi biyya walootis mirkanaahuuf hayyoonni gahee dachaa bahachuun murteessaadha jedhaniiru.
๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

24/01/2025
24/01/2025
31/12/2024

๐Ÿ‘‰Jawaar nama Faannoo dheengadda ableen joollee teenya qaqqalte, Shiftaa miti cunqurfamanii hidhannootti galan nuun ja'ee afaan guutee dubbate.
๐Ÿ‘‰Tuffiin kanaa olii ni jira nattiin fakkaatu.

31/12/2024

Namoonni gariin waan Jawaar haasahu akka waan ergamaa rabbii taheetti 100% dhugaa godhanii amanuun dogoggora.
๐Ÿ‘‰Hadiisninuu da'iifaa fi Sahiha qabaatii amanuun dura ragab biroo itti fidadhaawalitti firoomsaa deemaa.

31/12/2024

๐Ÿ‘‰Manni Nama keessa jiru duraa diigama.๐Ÿ‘‰Warri biyya alaa teessanii biyya teenyatti quba qabdan isiniif hin milkaahu!

Address

Harargee Bahaa Baddannoo
Bedenno

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ibroo Badhaadhinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category