Adish Ahmed Abduraman

Adish Ahmed Abduraman love � � � � � � � � you

22/05/2026
❤️ AARSAA JAALALAA ❤️Kutaa 2ffaa❤️Ganama keessaa qilleensi Magaalaa Gincii suuta jechuun bubbisaa ture. Daandii irratti ...
12/05/2026

❤️ AARSAA JAALALAA ❤️
Kutaa 2ffaa
❤️
Ganama keessaa qilleensi Magaalaa Gincii suuta jechuun bubbisaa ture. Daandii irratti namoonni hojii isaanii irratti bobba’anii kaan immoo mana barnootaatti ariifachaa jiru. Garuu keessaa nama tokko qofaaf guyyaan sun adda ture — innis Adnan.
Adnan konkolaataa keessaa yeroo bu’u lapheen isaa saffisaan rukutamaa ture. Yeroo dheeraaf Facebook irratti waliin haasa’aa turan keessaa har’a yeroo jalqabaaf Soolanee fuuldura isaa dhaabbatti jechuun yaaduun isa keessatti gammachuu fi soda xiqqoo wal makaa ture.
Bilbila isaa keessaa baasee: “Selam Soolaa… ani dhufeera,” jedhe sagalee laafaan.
Soolaneen gama biraatiin yeroo sagalee isaa dhageessu fuulli ishee ifaan guutame. Uffata salphaa garuu namatti tolutti uffattee, rifeensa ishee gurraacha qilleensa waliin socho’aa ture sirreessitee, “Eessa jirta?” jechuun gaafatte.
“Naannoo bustoppii guddaa kanaan jira.”
“Achumaan turi… dhufaa jira.”
❤️
Daqiiqaa muraasa booda Adnan fagoorraa shamarree tokko gara isaa deemtu argu jalqabe. Akkuma isheen dhiyaattu lapheen isaa daran rukutamuu jalqabe.
“Soolanee… jechuun ishee kana moo?” jedhee of keessaa gaafate.
Isheen yeroo isa bira geesse, yeroo muraasaaf walitti jechuun callisan. Ijaan wal ilaalu qofa. Addunyaan isaanii yeroo san keessatti akka dhaabbatte fakkaata ture.
Soolaneen suuta kolfitee, “Ati jechuun Adnan isa Facebook keessaa sana?” jette.
Adnan immoo yeroo jalqabaaf yeroo dhugaan ishee argu dubbii dhabee hafee ture. Bareedinni ishee suuraa keessatti arguu caalaa dachaan ture.
“Eeyyee… ani isuma,” jedhe xinnaa rifachaa.
Lamaan isaanii suuta jechuun karaa magaalaa keessa deemuu jalqaban. Haasa’aan isaanii akka namoota waggoota hedduuf wal beekanitti walitti dhiyaataa ture. Namoonni isaanii bira darban illee yeroo tokko tokko gara isaanii ilaalu; sababni isaa wal simannaan isaanii keessatti gammachuu qulqulluun mul’ataa ture.
Garuu yeroo isaan bashannanaa turan keessaa, Gammachuu isaanii keessatti wanti hin eegamne tokko mudate.ittifufa follow

06/05/2026

“Onneen koo battery dhaa fakkaata—yeroo si argu, full charge ta’a 🔋❤️”

Jaalalleewwan tokkootu qarqara galaanaa jiraachaa turan.Kana abbaan manaa ishee kun galgala bakka turu turee gafa manatt...
19/04/2026

Jaalalleewwan tokkootu qarqara galaanaa jiraachaa turan.

Kana abbaan manaa ishee kun galgala bakka turu turee gafa manatti galuuf balbala rukutu akkana jettiin:

:" deem bakkuma irraa dhuftetti deebi'i sa'atii kanaan an balbala sirraa hin banu jatteen.

: Balbala narraa bani ykn galaana kana keessattiin of darba malee." Jedhe ishee sodaachisuuf

:"maal narakkiseree dantaa keetii,"jatteen.

Inniis dhagaa guddaa fuudheetuma bishaan mana isaa biraa kana keessati 'dip' godhe.

Hoggaa kana rifattee naduraa kute jettee qullaa sireerraa kaatee paantii qofaan alatti gadi baate bishaan keessa laaluu jalqabde.

Inni ammoo mana jalatti dhokatee waan jiruuf manatti ol lixee balbala danqaraa hoodho jedheen.

Isheeniis amma narraa bani jetteen
Inniis hin banu jennaaniin "nan iyya malee bani" jetten isheeniis

Maal narakkise ree yoo iyyite malee sirra hin banu jedheen inniis.

Maaliif hoggaa isheen jettuun inniis yoo maal jedhe wayya.

Halkan kanaan qullaa paantii qofaan eessaa akka dhefte ollaan naaf haa barukaa. Hin jedhu seetanii
Page kan follow godhi maxxansii biroon akka si qaqqabuuf

21/02/2026

Follow me 🥰

I'm single 🥰
25/01/2026

I'm single 🥰

Amanta daho godhatani, isaa barreefame dhoksni, Hin jiree dubbisani, akka dhalooni dubbise waan hubanef kun hafuuran mal...
24/10/2025

Amanta daho godhatani, isaa barreefame dhoksni, Hin jiree dubbisani, akka dhalooni dubbise waan hubanef kun hafuuran malee sin galuu ja'ani, dhaloota burjjajessan olan seerati akka nuuf dhiyaatan, dhuguma isaa barreefame qalbiin hubadhu fi isaa maxxansamees itti dabaladhu yoo dhuguma nama yaadu tate Filannoo Murta’aa qabadhu.
👇
YESUUS EESSAAN WAAQA TA'A?

Yesuus "Waaqayyo" akka hin taane waan dhugaa ba'an keessaa inni guddaan Yesuus afaan isaatiin " " jechuu isaati.

Keyyattoota armaan gadii dubbistanii, dhugaa ofuma keessanii murteessitu.

➊. (Wangeela Yohaannis 20:17)
“ኢየሱስም፦ ገና ወደ አባቴ አላረግሁምና አትንኪኝ፤ ነገር ግን ወደ ወንድሞቼ ሄደሽ፦ እኔ ወደ አባቴና ወደ አባታችሁ ወደ አምላኬና ወደ አምላካችሁ ዓርጋለሁ ብለሽ ንገሪአቸው አላት።”
“Yesus immoo, "Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin baane; gara obboloota koo dhaqii, 'Ani gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhii isaanitti anaaf himi!" jedhee ishee abboome.”

Yesuus Waaqayyo yoo ta'e akkamitti gara kootti na deema" jedha? Yesuus Waaqayyo yoo ta’e, gara samiitti yeroo ol baafamu, akkamitti "Waaqayyo qaba" jechuu danda’a?

➋. (Maarqos 15:34)
“በዘጠኝ ሰዓትም ኢየሱስ፦ ኤሎሄ፥ ኤሎሄ፥ ላማ ሰበቅታኒ? ብሎ በታላቅ ድምፅ ጮኸ፤ ትርጓሜውም አምላኬ፥ አምላኬ፥ ለምን ተውኸኝ? ማለት ነው።”
“Sa'aatii sagalittis Yesus sagalee guddaadhaan, "Elo'ii, Elo'ii lamaa sabaktanii?" jedhee waammate; kunis, "Waaqayyo ko, Waaqayyo ko maaliif na dhiifte?" jechuutti in hiikama.”

Yesus dhuguma "Waaqayyo" yoo ta'e, akkamitti " jedha? Waaqa lama qabnaa?

➌. (Maarqos 12:29)
“ኢየሱስም መልሶ እንዲህ አለው፦ ከትእዛዛቱ ሁሉ ፊተኛይቱ፦ እስራኤል ሆይ፥ ስማ፤ ጌታ አምላካችን አንድ ጌታ ነው፥”
“Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.”

Yesus "Waaqayyo" yoo ta'e, maaliif "Waaqayyo keenya" jedhe? Maaliif akka Waaqa qabu dubbata?

➍. (Wangeela Yohaannis 17:3)
“እውነተኛ አምላክ ብቻ የሆንህ አንተን የላክኸውንም ኢየሱስ ክርስቶስን ያውቁ ዘንድ ይህች የዘላለም ሕይወት ናት።”
“Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati

Address

Chelenko
Ch'elenk'o

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adish Ahmed Abduraman posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category