Abbaa Naa'oll

Abbaa Naa'oll Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abbaa Naa'oll, Grocers, Chelenkoo, Deder.

21/07/2025
15/06/2025

Badhaadhina Biyyaa fi Maatii mirkaneessuu keessatti Misoomni Mudraa qooda Olaanaa qaba.
=======================
Badhaadhina Biyyaa fi Maatii mirkaneessuu keessatti Misoomni Mudraa qooda Olaanaa qaba.
Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Ganda Caffee Raammisitti Sochii misooma muuzii sanyii filatamaa fi paappaayaa taasifamaa jiru.

 Nageenya ni Waaressina,Misooma ni Dhugoomsina!__________Carraawwan misoomuu qabnu hunda fayyadamuuf tattaaffii taasifam...
15/06/2025


Nageenya ni Waaressina,Misooma ni Dhugoomsina!
__________
Carraawwan misoomuu qabnu hunda fayyadamuuf tattaaffii taasifamaa jiruun galmoonni sagantaa dinagee Paartii keenyaa dhugoomaa jra.Imalli diinagdee dam-daneessa ijaaruudhaan badhaadhina sadarkaa maatiitti dhugoomsuuf eegalame daandii milkii qabatee fuula duratti tarkaanfachaa jira.

Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Ganda Caffee Raammisitti Hojiin Innisheetiivii Shanyii filatamaa Muuzaa fi Paappaaya Sadarkaa Maatii Qonnaan Bulaatti Misoomaa jiru karaa adda taheen oomisha kennu irratti argama!‼️

Hirkattummaa irraa gara oomishtummaatti,
Badhaadhina hunda galeessaaf!

Address

Chelenkoo
Deder

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Naa'oll posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category