Lafee Galata dhabde

Lafee Galata dhabde Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Lafee Galata dhabde, Grocers, Liiban. Dhuungoo, Dila.

11/06/2026
 !Ce'umsi baadiyaa hawaasni keenya qonnan gamatti dameewwan biroo irratti akka hirkatu kan dandeessisuudha. Ce'umsi kun ...
10/06/2026

!

Ce'umsi baadiyaa hawaasni keenya qonnan gamatti dameewwan biroo irratti akka hirkatu kan dandeessisuudha. Ce'umsi kun hawaasa bal'aa baadiyyaa kan hammate, fayyadamummaa isaanii kan giddugaleeffate,saffisaafi ariitiin kan guutamee akka ta'u gochuudhaan jireenyi baadiyaa ce'ee oomishaalee industiriifi tajaajilaatiif gabaa akka uumu taasifamaa jira.

Kanarraa ka'uunis gandootni baadiyyaa iddoo oomishaa, giddu gala inisheetiviiwwanii fi iddoo carraan hojii baldhaan itti uumamu gochuudhaan ce'umsi baadiyyaa qabatamaan akka dhugoomu taasifamaa jira.

Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti inisheetiviiwwan misooma qurxummii, tolchaa fi raabsaa daabboo dabalatee inisheetiviiwwan horsiisa lukkuu fi kanneen biroo kilaasteraan Ganda Abboonnoo Gabreel keessatti hojjetamaa jiru fakkeenya imala ce'umsa baadiyaa keenyaati.

🔴Oduu_Ammeetiin !Aanaa Dagamitti Haleellaa Dirooniin Miseensonni fi Hoggansi  Shororkeessaa ABO Shanee Namni 87 Dhabamsi...
05/06/2026

🔴Oduu_Ammeetiin !

Aanaa Dagamitti Haleellaa Dirooniin Miseensonni fi Hoggansi Shororkeessaa ABO Shanee Namni 87 Dhabamsiifaman!
Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dagam Ganda Leelisa Alii Doorootti, humni qilleensaa tarkaanfii cimaa Dirooniin fudhateen miseensotaa fi hoggansa garee shororkeessaa Birgeedii Simbirtuu fi Birgeedii Risaa Laga Jamaa jedhee of waamu irratti tarkaanfii droonii fudhatamee miseensonni garichaa fi hogganoonii ijoon 87 guutummaatti dhabamsiifamuun isaanii mirkanaa'era.

05/06/2026
04/06/2026
03/06/2026
Sagalee uummataa afaan qawween ukkamsuuf yaaliin godhamu hin milkaa'u.❌❌❌Injifannoo Diinarratti Galmaa'eGodina W/Bahaa A...
29/05/2026

Sagalee uummataa afaan qawween ukkamsuuf yaaliin godhamu hin milkaa'u.
❌❌❌

Injifannoo Diinarratti Galmaa'e
Godina W/Bahaa Aanaa Haroo Limmuutti ABO shanee irratti tarkaanfii fudhatame.

Address

Liiban. Dhuungoo
Dila

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lafee Galata dhabde posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category