Hakim hassan

Hakim hassan Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hakim hassan, Grocers, Dire Dawa.

27/04/2026
maasha allah harraantana akkamintaheesa
08/12/2025

maasha allah harraantana akkamintaheesa

Ahbabi fillah  daak walin  jirraa.       Follow  hin dagatina
25/11/2025

Ahbabi fillah daak walin jirraa. Follow hin dagatina

31/07/2025

Irra caaltun dalagoowwani ilma namaa
Salaata tahuu beeka
Je'an nabiin (sAw)
Salaata

24/06/2025

Waa Shanan Kana Rabbi Akkaan Isiniif Haa Laaffisu
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1: Hadhaa Du’aa
2: Gaafii Qabrii
3: Rakkoo Guyyaa Qiyaamaa
4: Mucuca Siraaxaa
5: Ibidda Jahannam

• Duuti hadhaa qabdi, hadhaa San keessaa takka sakaraatul moowtiidha sakaartul moowtiin ammoo hadhaa akka malee hamtuuti, Tanaafuu Rabbi Hadhaa Du’aa Jalaa Najaa Nu Haa Baasu.

• ilma namaa yeroo awwaalame booda qabrii isaa keessatti Malaa’ikoonni dhufanii gaafii Gaafatan, Namni gaafii San deebise Nagaya baha, kan gaafii San wallaale ammoo ni azzabama, tanaafuu Rabbiin Warra gaafii qabrii keessaa San sirritti deebisu Nu Haa Taasisu.

• Guyyaan Qiyaamaa Guyyaa akkaan rakkooti, Guyyaa haati ilmoo hin beeyne, Guyyaa ilmoon Abbaa fii haadhallee hin beeyne, Guyyaa namuu Lubbuu a tiyyaan na Baasi ja’ee waywaatu. Guyyaa Kana Rabbiin Nagaya Nu Haa Baasu.

• Siraaxni bakka qormaataa jabaadha, dalagaa gaarii Arra Addunyaa tanarratti daleeynuutu Guyyaa San nagayaan Siraaxarra nu dabarsa, Rabbiin Warra bakka sanitti fatanaa dabru Nu Haa Taasisu.

• Ibiddi Jahannam ibidda akka Addunyaa kanaa miti, oowwi isaa akka malee hamaadha, ibidda Addunyaa kana sadarkaa meeqaan caala, kanaafuu Rabbiin Warra ibidda azaabaa jalaa najaa bahe Nu Haa Taasisu.

Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa.

By: Ibsaa Dhugaa

https://t.me/ibsaadhuga

24/06/2025

Gaarummaan toltuu lubbuu ofirraati
Haammenyumman ille badii lubbuu ofiitif sheyxaanati rabbin toltuu dalagurratti nuuf haa laaffisu

22/06/2025

Aalhamdulillah ahbabi fillah gammachu guddaan qaba wallah

14/06/2025

.jiru teeysan keeysatti nama waan gaggaari dalagu rabbi nuhaa godhu
Dubbii keysan keeysatti nama dhugaa irratti sabatu rabbi nu haa godhu baarakallahu fikum

14/06/2025

Yaada gaggaari
Jiruu barakaa
Waan keyri ilaalu
Hojii halaal dalagu
Deemsa Kara masjiidan deemu
Qabeenya Kenya keysa barakaa-
Nuuf kaayu haadha worraa ilmoo Kenya waliin umuru dherachuu Rabbiin nu haa waffaqu sallu Allan nabi ﷺ

12/06/2025

👉Kabajaa Muslmni Dubartiif Qabu
•••••••••••••••••••••••••••••••••

Namtichi faranjii ta'e tokko ulamaa'ii keenya guddaa hayyuu tokko akkana jechuun gaafate.

Dubartiin Muslimaa Maalif Dhiira harka hin fuune jedhee gaafate.

Ni deebiseef sheekni: deebii ajaa'ibaa fii bareedaa ta'e

Ni jedheen isin biratti nama fedheyyuu haa ta'uu mootii keessan ziyaaru ykn harka fuudhuu ni dandayaa?
Ni jedheen namtichi ingiliziin: ee sirriidha suni seera biyyattii kan murteeffame nama torba qofa kan danda'u:-

Sheekni deebiseefii: jedheen nutis akkasuma nama ,,,kuudha lamattu,,, murteeffameef kan isaan ziyaaruu danda'an.

1 : Abbaa
2: Akaakayyuu
3: Abbaa warraa
4: ilma Jaarsa Isii
5: ilma ishii
6: Obboleessa
7: Adeera
8: Eessuma
9: ilma Obboleessaa
10: ilma Obboleettii
11: ilma ilmaa
12: ilma intalaa

Akkuma isin mootii keessanii kabajaa gootan
Nutis muslimoonni nu biratti dubartiin mootii mootii caaltu dubartiin hundi mootiidha jedheen

Musxafaa irratti salawaata buuftu malee dubbiftee hin dabriin obbollesa Akkiira
Saallaallaahu alleyii wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam

follow godhaa obbolleyyan koo ququlluu Akka bishanii 🫂🌹naggayan olltan

Address

Dire Dawa

Telephone

+251931411202

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hakim hassan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hakim hassan:

Share

Category