29/08/2026
๐๐ก๐๐ฒ๐ข๐ข ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐: ๐๐ฆ๐ข๐ฌ๐ก๐ ๐๐จ๐ง๐ง๐๐ ๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐๐ซ๐ ๐๐ฎ๐ฆ๐ง๐ ๐๐ข๐ง๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฆ๐โ๐๐๐ญ๐ญ๐ข!
"Inisheetiviin Shayii dhimma omisha tokkoo qofa miti. Qonnaan bulaa keenyaaf madda galii haaraati; dargaggootaaf carraa hojiifi ogummaadha; dubartootaaf carraa dinagdeeti; invastarootaaf gabaa haaraadha." Obbo Shimallis Abdiisaa