Falmataa wallo

Falmataa wallo No yet

Oduu Gammachiisaa!Abbaan qabeenyaa keenya Yadeta Juneydin dhukkubsachuu Artist Kedir Mertu walqabatee Kadiiriin “dhimma ...
02/05/2025

Oduu Gammachiisaa!
Abbaan qabeenyaa keenya Yadeta Juneydin dhukkubsachuu Artist Kedir Mertu walqabatee Kadiiriin “dhimma kee hunda anaatu itti gaafatamummaa fudhata” jechuun beellama seeneefii jira. Artist Kadiir Martuus bakka ciisu ol ka’ee miira gammachuun kara feesbuukii isaatiin galateeffatee jira. Yaaddoo keenya umrii nuuf dheeraadhu ati!❤️

Kabajamoo Obbo Yadeta Juneydi Bekri akkam jirtu? Nagaa keessanii? Baga nagaa taatan!Kadir Martuu ni beektu mitii? Eeyyee...
02/05/2025

Kabajamoo Obbo Yadeta Juneydi Bekri akkam jirtu? Nagaa keessanii? Baga nagaa taatan!

Kadir Martuu ni beektu mitii? Eeyyeen ni beektu. Kadiroon dhiira Oromoo kan gaafa rakkoo fi roorroo Oromoof aarsaa guddaa kaffalaa turedha. Goota Onnee sibiilaati. Waa'ee kadir isinitti himuuf miti. Waan inni amma keessa jirus walumaan dhaga'aa jirra. Kadir erga dhukkubsatee tureera. Amma sadarkaa yaaddessaarra ga'eera. Oromoon garuu har'a reefu erga lubbuun itti dhufee argee miidyaarraa wacaa jira. Hunduu dhukkubsachuufi ' Comma' keessa galuu isaa himuu malee "akkasiin gargaarra... Gargaarsa akkasii, maallaqa hanganaa isa barbaachisa... yaaliin isaa bakka akkasiitti" jedhee kan dubbatu argaa hin jirru. Goota sabaaf jecha dhukkubsatee fayyaa dhabe kana sireerratti dhiisnee 'Emoji' dhaan miidiyaa balleessaa jirra.

Kadiroo kan fayyisu amma Post fi boo'icha osoo hin taane Rabbii wajjin yaalii argachuudha. Yaalii argachuuf immoo maallaqa isa barbaachisa. Maallaqa kana haala amma jiruun walitti qabuuf immoo yeroo dheeraa fudhata. Hanga hunduu dabareen post godhee, comment lakkaa'ee, Akkaawuntii deeggarsaa fi banee, Guyyaa mindaan ba'u eeggatee qarshii walitti buusufitti gurbaa akka qarootti ilaallu kana dhabuuf deemna. irra hedduun warri amma waa'ee kadir dhiphachaa jiranii warra humna guddaa qabuu fi gargaarsa barbaadamu ariitiin gochuuf humna qabu osoo hin taane warruma galii xiqqoo qabudha.

Kanaafuu ammatti kan natti mul'atu hanga Oromoon dirmatuufitti Obbo Yaadataan lubbuu mucaa kanaaf osoo nuuf qaqqabanii yaada jedhu dha. Kana gochuun immoo isinitti hin ulfaatu. Arjaa gita hin qabne, bakka rakkootti waamamtanii hin callisne akka taatanis nan beeka. Kana Akka gootanis shakkii hin qabu. Kan keenya ni turaa, hangasitti isin nuuf dhaqqabaa. Umriin keessan nuuf haa dheeratu, Qabeenyi keessan haa barakatu!

Share godhaa biraan naaf ga'aa!

Galatoomaa! Ulfaadha 👌
Deebisa kee yeroo gababa keessattin Eegaa jira👌🙏

This Struggle Continues up to wallo people know to world 🌎
18/04/2025


This Struggle Continues up to wallo people know to world 🌎

Innaalillahi Wainnaa Ileeyhi Raaji’uun🥹Munshidni beekkamaadha   jedhama nashiidaa hedduudhaan beekkamma akkasuma hojii u...
11/04/2025

Innaalillahi Wainnaa Ileeyhi Raaji’uun🥹

Munshidni beekkamaadha jedhama nashiidaa hedduudhaan beekkamma akkasuma hojii ustaz Raayyaa Abbaamacca fi Munshid beekkamaa (Rahimahullah) waliin hojii gamtaa“Fidaaka Abii Wa Ummii Yaa Rasuulallah” jedhu hojjatanii jiru.

Amma kunoo Umraa sooma baranaa keessa erga godhee riseensa haadatee rifeensi isaatuu hin magarre dhibee tasa isa mudateen yaalamaa turus kunoo guyyaa arraa gara fuula Rabbii deemeera
Rabbin Obboleessa keenya jannataan haa qananiisu🤲

Address

Hagere Hiywot

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Falmataa wallo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category