Elemo Ali

Elemo Ali Bakka Demtuutti Soda Rabbi Qabadhu Elemo Show

EXCLUSIVE: Turning Point USA reporter Savannah Hernandez says she's grateful after a grand jury indicted three people in...
30/04/2026

EXCLUSIVE: Turning Point USA reporter Savannah Hernandez says she's grateful after a grand jury indicted three people in connection with an alleged assault against her.

"For years, both myself and my friends have been attacked for doing our jobs," she said. "So, to see the DOJ and the FBI take this seriously and utilize the full force of the government and the justice system to help Americans like myself is incredible." by Fox News

Yadaaf muraada keessaan hunda rabbi isiinif ha guutu
05/03/2026

Yadaaf muraada keessaan hunda rabbi isiinif ha guutu

AS WR WB
05/03/2026

AS WR WB

Ameerikaa fi Israa'el waliin ta'uun Iraan irratti lola banan. Har'a ganama irraa kaasuun magaalota Iraan garagaraa keess...
01/03/2026

Ameerikaa fi Israa'el waliin ta'uun Iraan irratti lola banan. Har'a ganama irraa kaasuun magaalota Iraan garagaraa keessatti haleellaan raawwatamaa jira.

Iraan gama isheetiin akkuma dhaadatte buufataalee waraana Ameerikaa baha giddugaleessaa misaa'elaan haleellaa jiraachuu gabaasaaleen mul'isan.

Geggeessaan Iraan Ayaatola Ali Koomeeni magaalaa Tehraan irraa bakka nageenya isaaniif amansiisaa ta'etti dabarfamuun ibsamee jira.

28/02/2026
27/02/2026
Oduu gamaachiisa Jirraatoota Biyyaa Germany Nuremberg 🇩🇪 Nannawa Isii Jirrtaan Hundii Keessaan Obbooleessa Keenya   Eeyb...
01/05/2025

Oduu gamaachiisa Jirraatoota Biyyaa Germany Nuremberg 🇩🇪 Nannawa Isii Jirrtaan Hundii Keessaan Obbooleessa Keenya Eeybaa Kitaaba Mataadureen Jadhu Eybisuuf Qopii Xumuure Wan Jirruuf Gafa 10.5.2025. Akka Irraa Qodaa Fudhaatan Kabaajan Isiin Beysiifna

By

Mee ya Oromoo Artisti Keenya Jalaataama fi Qabsawaa Mirgaa Ilmaan Oromoo Kan Roga Hundaanu Sabaa Isaattiif Qabeenyaafi B...
01/05/2025

Mee ya Oromoo Artisti Keenya Jalaataama fi Qabsawaa Mirgaa Ilmaan Oromoo Kan Roga Hundaanu Sabaa Isaattiif Qabeenyaafi Bekumsaan Lubbuudhan Takka Of Duba Hin Deebiin Oromoof Jacha Nama Jirreenya Ofi Dhisee Sabaaf Of Keena Jirru Arra Garuu Dhukkubsaate Biyyaa Uk Keessaatti Mana Yalaattii Argaama Kan Dandeeysaan Qabeenyaan Gargaara Kun Du'aii Haa Gonufii Artist Amummaatti Rabbiin Ni Dandaaha Sii Haa Fayyiisu

Oduu Guyyaa Arra Buharsa Fi Bashansiisa Kan Ta'e   Ittii Gafaatamaa Milishaa Biyyaa Ta'uun Mudaamee Jirraa Jadhama Gabaa...
01/05/2025

Oduu Guyyaa Arra Buharsa Fi Bashansiisa Kan Ta'e Ittii Gafaatamaa Milishaa Biyyaa Ta'uun Mudaamee Jirraa Jadhama Gabaasnii №1

Misenssii parlaama magaala naiyrobii rasasaan ajjeefamu isaa dhagaaham gabaasa   tti
01/05/2025

Misenssii parlaama magaala naiyrobii rasasaan ajjeefamu isaa dhagaaham gabaasa tti

01/05/2025

Biyyoonni Lixa Afrikaa juuntaan bulan sadii hulaa galaanaa Morookoo irraa argachuu qabna jedhan.

Burkina Faasoo, Maalii fi Niijer akkuma Itoophiyaa biyyoota hulaa galaanaa hin qabnedha.
Itoophiyaan fakkeenya taatee?
Gabaasichaaf; 👉👉 https://bbc.in/3GMlSgd

Address

Oromia
Hirna
ELEMO

Telephone

+251975720391

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Elemo Ali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share