Kominikeeshiinii Ganda Hawwissaa Buloo

Kominikeeshiinii Ganda Hawwissaa Buloo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kominikeeshiinii Ganda Hawwissaa Buloo, Grocers, Jimmaa Zone, Jimma.

11/10/2025
Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Woltajjiin Misoomaaf Nageenyaa geggeeffame.Ganda Hawwissaa Buloott...
13/04/2025

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Woltajjiin Misoomaaf Nageenyaa geggeeffame.
Ganda Hawwissaa Bulootti Woltajjiin Misoomaaf Nageenyaa Hawaasa Gandichaa hirmaachise bakka Itti Gaafatamaan Darikteera Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Aanaa Guumaayi Obbo Ballaxaa Guddataan argamanitti bifa ho'aadhaan geggeeffameera.

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Ijaarsi Waajjiraa Sadarkaa kanarra ga'eera.
14/03/2025

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Ijaarsi Waajjiraa Sadarkaa kanarra ga'eera.

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Ijaarsi Waajjira Gandaa Sadarkaa kanarra ga'eera.
07/02/2025

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Ijaarsi Waajjira Gandaa Sadarkaa kanarra ga'eera.

Hawwissaaaa Bulooooooo💪💪💪💪💪💪💪💪💪Woldorgommii Tapha michoomaa Guyyaa har'aa Garee Ganda Boree Fi Garee Ganda Hawwissaa Bul...
06/02/2025

Hawwissaaaa Bulooooooo
💪💪💪💪💪💪💪💪💪

Woldorgommii Tapha michoomaa Guyyaa har'aa Garee Ganda Boree Fi Garee Ganda Hawwissaa Buloo gidduutti taasifameen Gareen Ganda Hawwissaa Buloo 3 Fi 2'n Garee Ganda Boree Injifateera.

Hawwissaa Buloo 3 - 2 Boree

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Hojii Daagaa baasuu bifa baay'ee namatti toluun hojjatamaa Jira.
05/02/2025

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Hojii Daagaa baasuu bifa baay'ee namatti toluun hojjatamaa Jira.

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Ijaarsi Waajjiraa bifa namatti toluun Yeroo gabaabaa Keessatti xum...
04/02/2025

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Ijaarsi Waajjiraa bifa namatti toluun Yeroo gabaabaa Keessatti xumuruuf hawaasa Gandichaatiin jalqabameera.

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Guyyaa har'aa Woldorgommii Tapha Kubbaa Miilaa Michoomaa Ganda Gur...
31/01/2025

Godina Jimmaa Aanaa Guumaayi Ganda Hawwissaa Bulootti Guyyaa har'aa Woldorgommii Tapha Kubbaa Miilaa Michoomaa Ganda Gurboo Dageef Ganda Hawwissaa Buloo gidduutti bifa baay'ee Miidhagaa ta'een geggeeffameera.
Woldorgommii Tapha Michooma Kanaan Gareen Kubbaa Miilaa Ganda Hawwissaa Buloo Galchii 4 Fi 1'n Garee Kubbaa Miilaa Ganda Gurboo Dagee INJIFATEERA.

Ganda Hawwissaa Buloo 4 - 1 Gurboo Dagee!!

Woldorgommiin Kubbaa Miilaa Ykn Piriimerliigii Ganda Hawwissaa Buloo Garewwan 8 gidduutti kan geggeeffamaa jiru Guyyaa h...
28/01/2025

Woldorgommiin Kubbaa Miilaa Ykn Piriimerliigii Ganda Hawwissaa Buloo Garewwan 8 gidduutti kan geggeeffamaa jiru Guyyaa har'as bifa hawwataa ta'een itti fufee geggeeffamaa ooleera.

Haluma Kanaan Woldorgommii Guyyaa har'aa Garee Dugda Qallaaf Garee Mullattuu Gidduutti Sa'aatii 10:00 irraa eegalee geggeeffamaa Ooleen Gareen DUGDA QALLAA GALCHII 4 Fi 1'N GAREE MULLATTUU INJIFATEERA.

DUGDA QALLAA 4 - 1 MULLATTUU

Address

Jimmaa Zone
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kominikeeshiinii Ganda Hawwissaa Buloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category