Komnikeeshinii Ganda Xiyyo

Komnikeeshinii Ganda Xiyyo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Komnikeeshinii Ganda Xiyyo, Grocers, Jimma.

Fulbanaa 7/2017Gandaa xiiyyoti  saqinsii Manaa barumsaa Fi baruuf barsisuun guyyaa haraa egalamee jiraa
17/09/2024

Fulbanaa 7/2017
Gandaa xiiyyoti saqinsii Manaa barumsaa Fi baruuf barsisuun guyyaa haraa egalamee jiraa

Galmoota Gurguddoo Sagantaa Hawaasummaa Paartii Badhaadhinaa! ************************************1.  Sirna barnootaa fi...
15/09/2024

Galmoota Gurguddoo Sagantaa Hawaasummaa Paartii Badhaadhinaa!
************************************
1. Sirna barnootaa fi leenjii haqummaa qabu, qulqulluu fi sirrii ta’e mirkaneessuu,

2. Sirna fayyaa dursanii dhibee ittisuu fi yaalanii fayyisuu rratti xiyyeeffate diriirsuu,

3. Sirna wabii hawaasummaa ga’umsa biyya keenyaa tilmaama keessa galche diriirsuu,

4. Hirmaannaa siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa, akkasumas fayyadamummaa dubartootaa fi dargaggoota jabeessuu,

5. Heddummina keenya irratti kan xiyyeeffatu guddina misooma afaanii, aadaa fi hambaa guddisuu.
Oromia Prosperity Party / OPP /

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Komnikeeshinii Ganda Xiyyo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category