Saba natti sabaa

Saba natti sabaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Saba natti sabaa, Grocers, Qarsaa, K'ersa.

 !Injifannoo Bu’uureessaa; Hanqinaalee Maksaa Badhaadhina Waaraaf Hojjenna! ________Mootummaan Naannoo Oromiyaa barii ji...
25/10/2025

!
Injifannoo Bu’uureessaa; Hanqinaalee Maksaa Badhaadhina Waaraaf Hojjenna!
________
Mootummaan Naannoo Oromiyaa barii jijjiiramaa irraa eegalee yaadama haaraan dhimmoota jijjiirama diinagdee, hawaaasummaafi siyaasaan biyyatti gara daandii badhaadhina walootti ceesisuu danda’u bocuun hojirra oolchaa jira.

Akkasumaas Mootummaan Paartii Badhaadhinaan hogganamu diinagdee biyyaa bu’uuraan jijjiruufi tarsiimoowwan garaagaraa bocee hojjataa jira.Imala badhaadhinaa eegalame milkeessuuf waggoottan jijjiiramaa as damee misooma qonnaatiif xiyyeeffannaan kenname hojjatamaa jira.Bu'uuruma kanaan,Harargee Bahaa Aanaa Goroomuuxii Ganda Irree Tokkummaatti oomishni Qamadii kilaasteran misoome sadarkaa abdachiisaa irra jira.

Hojiilee gama qonnaan hojjatamaa jiru kanaanis wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu,oomisha alaa galu kan biyya keessaatiin bakka buusuu, alergee dabaluu fi carraa hojii uumuuf hojii hojjatamaa jiruun milkaa'inootni hedduun argamaa jiru.Haaluma kanaan Godina Harargee bahaatti, imala badhaadhinaa eegalame itti fuufsisuuf galmoota misooma baadiyyaa fi magaalaa bakka yaadameen gahuuf inisheetiiviiwwan garagaraa bal'inaan hojirra oolanii hojjatamaa jiraniin bu'aawwan abdachiisan argamaniiru.

👇
Godina Harargee Bahaa Aanaa Goroomuuxii Ganda Irree Tokkummaatti oomishni Qamadii kilaasteran misoome sadarkaa abdachiisaa irra jira.

25/10/2025

*መፍጠን እና መፍጠር*
✍የመፍጠን እና የመፍጠር እሳቤ ያልጨረስናቸውን ትልልቅ ፕሮጀክቶች እንድንጨርስ ያደረገን ትልቅ እሳቤ ነው፤ለመመረቅ ወረፋ የሚጠብቁ ፕሮጀክቶች እጃችን ላይ ናቸው፡፡

 🤪Dantaa Sabaa kan Mirkaneessinu,Fakkeessuun, Osoo hin taane,Qabatamaan Dhugoomsuutu,Saba kana Ceesisa!🤪Jawar Mohammed
25/10/2025

🤪
Dantaa Sabaa kan Mirkaneessinu,Fakkeessuun, Osoo hin taane,Qabatamaan Dhugoomsuutu,Saba kana Ceesisa!🤪

Jawar Mohammed

24/10/2025
"Ulaan Galaanaa,Birmadummaadha!________Galaanni diimaan iddoo murteessaa addunyaa keessa isa tokko Galaanni kun daldala,...
24/10/2025

"Ulaan Galaanaa,Birmadummaadha!
________
Galaanni diimaan iddoo murteessaa addunyaa keessa isa tokko Galaanni kun daldala,geejjibaafi siyaasa Addunyaa walitti hidhu keessatti shoora olaanaa taphachaa kan jiruudha.Itoophiyaaf immoo Ulaa Galaanaa diimaa argachuun birmadummaa,bilisummaa fi ol ka’iinsa ishee mirkaneessuuf dhimma murteessadha.Biyya ulaa galaanaa hin qabneef humni waraanaa fi tarsiimoonis daangeffamaadha.Har’a Ulaa Kana dhabuun Itoophiyaaf eenyummaa fi birmadummaa isheetiif yaaddoo ta’aa dhufeera.

Address

Qarsaa
K'ersa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Saba natti sabaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category