Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Aanaa shanan kooluu

Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Aanaa shanan kooluu SadikMohammed Tourism 0922288287

18/03/2023
22/08/2022

Hagayya 16/2014

Riifoormiin Hooggansa sekteraalee Mootummaa Godina Arsii ifoomeera.

Haalumaa kanaan

1.Obbo Abbabaa Rattaa Asaffaa =I/G/W/Invst.fi Industirii

2.Obbo Asnaaqa Tasfaayee Xilaahun =I/G/W/Bishaani fi Inarjii

3.Obbo Amaan Kataboo Galatoo=I/G/A/T/Konistiraakshinii

4.Obbo kaabtaamuu Gaarii Waaqaa= I/G/W/Lafaa

5.Aaddee Baliyyuu Jireenyaa Kumsaa=I/G/W/A/Turizimii

6.Obbo Jibriil Huseen Abdullaahi =I/G/Q/Siyaasa Baadiyaa

7.Obbo Qaasim Tusii Gubaa=I/A/W/CHU fiOgum.

8.Obbo M/Raashiid Manzaa Gadaa=I/A/Li/Dargaggootaa

9.Obbo Idiriis Hordofoo Guyyee=I/A/W/Qonnaa

10.Obbo Isheetuu Mindaa Malaakuu=I/A/W/Bulchiinsaa

11.Aaddee Gabaayinesh Gammaduu Hilloo=I/A/Li/Dubartootaa

12.Aaddee Rahiimaa Jawaaroo Aliyyii=I/A/W/Barnootaa

13.Obbo Abbaas Abdurroo Waaqoo =I/G/W/CHU fi Ogummaa

14.Obbo Gosaa Tulluu Daargee= I/G/W /Dhi/Kominikeeshinii

15.Aaddee RuqiyyaaKadiir Sh/Abdallaa=W/Dhi/Ho/Hawaasummaa

16.Obbo Haasan Roobee Sarbii=I/A/W/Bul/Nageenyaa

17.Obbo Kamaal Huseen Tulluu =I/G/Q/Ijaarsa Magaalaa

18.Obbo Abdulaziiz Amaan Gandoo=I/G/Q/Miidiyaa Hawaasaa

19.Aadde Aanchiwunash Taammiruu=I/G/Q/Ijaarsa Baadiyaa ta'uun Muudamaniiru.

Muudamtootaan bara hojii gaarii isiniif haa ta'u jenneerra!

Odeeffannoo Waktaawaa argachuuf

Join Telegram Channel https://t.me/arsicommunication

11/08/2022

Tourism and Technology week created big opportunity for actors of tourism industry to promote themselve.
Abajifar Tour and Travel Agent PLC is one among the actors who paricipated on the event.

11/08/2022
11/08/2022

Riifoormiin haaromsa hoggaantoota koree qindeessituu Aanaalee fi Magaalota Godina Arsii ifoomeera.

Bulchaan Godina Arsii Obbo Muusaa Firoo riiformii hoggansaa hojjatameen koree qindeessituu Aanaalee Godina Arsii bifa haaraan gurmaa'aniif leenjii dandeettii raawwichiftummaa cimsuu danda'uufi kallattii hojii gara fuulduraa irratti kallattii kennaniiru.

Hoggantootni bifa haaraan gurmaa'an kunniin karoora qindaa'aa gocharratti xoyyeeffate baafachuun fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf miiraa ittigaafatamummaa qabuun hojjachuu akka qabanis akeekkachiisaniiru.

Haalumaa kanaan koree qindeessituu Aanaalee fi Magaalota Godina Arsii bifa haaraan ifoomeera.

A. Aanaa Shanan Kooluu

1.Ismaa'el Ibraahim Tibbaa Bulchaa
2.Ibraahim Ammayyuu I/G/W/Paartii
3. Abdulmannaal Muhaammad I/A/Bulchaa
4. Rahiimaa Umar I/G/Siyaasaa
5. Hayiluu Heddasaa I/G/Ijaarsaa

B. Aanaa Gololcha

1.Qaasim Ibroo Bulchaa
2.Ziyaad Ismaa'el Ahimad I/G/W/Paartii
3.Zakiyyuu Abdii I/A/Bulchaa
4.Ahimad Hasanee I/G/Siyaasaa
5.Alamituu Alamuu I/G/Ijaarsaa

C. Aanaa Asakoo

1.Gabii Galchuu Bantoo Bulchaa
2.Muhaammadjamaal Dhaarrolee I/G/W/Paartii
3.Maashoo Soraa I/A/Bulchaa
4.Makkoo Kadiir Kerroo I/G/Siyaasaa
5.Makonnin Lammaa I/G/Ijaarsaa


D. Aanaa Collee

1.Yoosef Tolaa Fayyisaa Bulchaa
2.Maashoo Jamaal I/G/W/Paartii
3.Gaashawu Dajanee I/A/Bulchaa
4.Eliyaas Zannabaa I/G/Siyaasaa
5.Muhaammadamiin Jundii I/G/Ijaarsaa

E. Aanaa Gunaa

1.Abdulmaalik Gabii Ibraahim Bulchaa
2.Zawuduu Nagarii Caalaa I/G/W/Paartii
3.Muhaammad I/A/Bulchaa
4.Admaasuu Ziraaw Xonaa I/G/Siyaasaa
5.Zamzam Aliyyii I/G/Ijaarsaa

F. Aanaa Martii

1.Amaan Sa'id Muhaammad Bulchaa
2.Aadam Tunee I/G/W/Paartii
3.Sisaay Abdiisaa Gurraattii I/A/Bulchaa
4.Abbaas Muhaammad I/G/Siyaasaa
5.Sinqinash Jaanboo I/G/Ijaarsaa

G. Aanaa Jajuu

1.Shimallis Dajanee Bulchaa
2.Reediwaan Jamaal I/G/W/Paartii
3.Hakimoo Abdoo I/A/Bulchaa
4.Haannaa Taammiruu I/G/Siyaasaa
5.Mariid Tolosaa I/G/Ijaarsaa

H. Aanaa Seeruu

1.Muhaammad Qaasiim Bulchaa
2.Dabalaa Tashoomaa I/G/W/Paartii
3.Hubbaad Ahimad I/A/Bulchaa
4.Xayibaa Abdilfaataa I/G/Siyaasaa
5.Makonnin Gonfaa I/G/Ijaarsaa

I. Aanaa Amiinyaa

1.Dajanee Taadasaa Koorsaa Bulchaa
2.Huseen Idiriis I/G/W/Paartii
3.Muhaammad Huseen Ab/Rahmaan I/A/Bulcha
4.Jamaal Hajji Rubee I/G/Siyaasaa
5.Kumee Daadhii I/G/Ijaarsaa

J. Aanaa Suudee

1.Tafarii Daadhii Bulchaa
2.Faaxumaa Bashiir I/G/W/Paartii
3.Umar Qassee Garisoo I/A/Bulchaa
4.Gosaayee Makonnin I/G/Siyaasaa
5 Halawaa H/Bakaree I/G/Ijaarsaa

K. Aanaa Balee

1.Misbahaa abdoo Bulchaa
2.Damee Laggasaa I/G/W/Paartii
3.Baraanaa Dandanaa I/A/Bulchaa
4.Kimiyaa Huseen I/G/Siyaasaa
5.Darajjee makonnin I/G/Ijaarsaa

L. Aanaa Roobee

1.Huseen Abdallaa Bulchaa
2.Balaay Gammadaa I/G/W/Paartii
3.Sa’aadi Bayaan I/A/Bulchaa
4 Geetuu Shagguu I/G/Siyaasaa
5.Roomaa Umar I/G/Ijaarsaa

M. Aanaa Xiichoo

1.Muhaammad aadam Kaawoo Bulchaa
2.Abbaay Warquu I/G/W/Paartii
3.Aadam Kabbitee I/A/Bulchaa
4.Faaxumaa Abdallaa I/G/Siyaasaa
5.Biraanuu Abarraa I/G/Ijaarsaa

N. Aanaa Diksiis

1.Seefuu Abdallaa Bulchaa
2.Shaanballi Alamuu I/G/W/Paartii
3.Biraanuu Adaree Shanee I/A/Bulchaa
4.Tujaaree Gizaawu I/G/Siyaasaa
5.Shaanballi Makaashaa I/G/Ijaarsaa

O. Aanaa Siree

1.Amaanu'eel Alamuu Bajigaa Bulchaa
2 Ahimad Aliyyii I/G/W/Paartii
3 Muhaammad Amaan I/A/Bulchaa
4 Adaree Jimaa I/G/Siyaasaa
5.Gannat Bushuraa I/G/Ijaarsaa

P. Aanaa Doddotaa

1.Kadiir Turaa Ibraahim Bulchaa
2.Nuurii Jayilaan I/G/W/Paartii
3.Zawuduu Taarikuu I/A/Bulchaa
4.Usmaan Muhaammad I/G/Siyaasaa
5.Masfin Getaachoo I/G/Ijaarsaa

Q. Bul.Mag.Dheeraa

1.Nuuraa Huseen Kantiibaa
2 Shamsaddiin Obsee I/G/W/Paartii
3 Qaasim Tukee I/G/Siyaasaa
4.Ashaa Xaahir Huseen I/G/Ijaarsaa

R. Aanaa Heexosaa

1.Muhaammad Huseen Bulchaa
2.Qaanyoo Daanyee I/G/W/Paartii
3 Hasan Muhaammad I/A/Bulchaa
4 Mubaarak Aadam I/G/Siyaasaa
5.Birihaanee Addunyaa I/G/Ijaarsaa

S. Aanaa Lo/Heexosaa

1.Jamaal Gannaalee Bulchaa
2.Lammii Nagaash Urgee I/G/W/Paartii
3.Alamaayyoo Raggaasaa I/A/Bulchaa
4.Burtukaan Girmaa I/G/Siyaasaa
5 Muktaar Idiriis I/G/Ijaarsaa

T. Bul.Mag.Hurutaa

1.Kaabboo Roobalee Kantiibaa
2 Charinnat Ayinaalm Tasfaa I/G/W/Paartii
3.Abiyoot Asiraat I/G/Siyaasaa
4.Milkoo Kaawoo I/G/Ijaarsaa

U. Aanaa Z/Dugdaa

1.Muhaammad Badhaasoo Bulchaa
Hasan Aabbee I/G/W/Paartii
2.Abdoo Kaabaa Shunbaa I/A/Bulchaa
3.Jamaal Faqoo I/G/Siyaasaa
4.Raadiyaa Huseen Tolaa I/G/Ijaarsaa

V. Aanaa Xiyoo

1.Haashim Waadoo Bulachaa
2.Baldituu Dhaqqabii I/G/W/Paartii
3.Alamaayyoo Tsaggaayee I/A/Bulchaa
4.Rawudaa Sa’id I/G/Siyaasaa
5.Badhaadha Haata’uu I/G/Ijaarsaa

W. Aanaa Di/Xiijoo

1.Hirphaa Dhaabaa Bulchaa
2.Kadiir Boonsoo I/G/W/Paartii
3.Masqalee Miidhaqsaa I/A/Bulchaa
4 Tufaa Buudee I/G/Siyaasaa
5.Asteer Mangistuu I/G/Ijaarsaa

X. Aanaa Le/Bilbiloo

1.Hirphaa Tashoomaa Amaaraa Bulchaa
2.Jamaal Abbaas Huseen I/G/W/Paartii
3.Amiin Kamaal I/A/Bulchaa
4.Dajanee Ayyaanaa I/G/Siyaasaa
5.Ruqiyyaa Amaan Duubee I/G/Ijaarsaa

Y. Aanaa Sirkaa

1.Huseen Haajii Duubee Bulchaa
2.Jaabir Hasuu I/G/W/Paartii
3.Girmaa Gammachuu I/A/Bulchaa
4.Madiinaa Raagoo I/G/Siyaasaa
5 Kiyaar Muhaammad I/G/Ijaarsaa

Z. Aanaa Ho/Waabee

1.Jamaal Kadiiroo Bulachaa
2.Nugusuu Xilahun I/G/W/Paartii
3 Qaasim Amaanoo I/A/Bulchaa
4.Masaay Fatoo I/G/Siyaasaa
5.Sulxaan Muussaa I/G/Ijaarsaa

CH. Aanaa Muneessa

1.Amaan Shaaquroo Bulchaa
2.Jamaal Akkawaaq I/G/W/Paartii
3.Fayyisaa Baqqalaa Dinqii I/A/Bulchaa
4.Getaachoo Taammiruu I/G/Siyaasaa
5 Bashaa Buunkarii I/G/Ijaarsaa

DH. Bul.Mag.Boqojjii

1.Husiyaa Amaan Kantiibaa
2.Tafarii Tolaa I/G/W/Paartii
3.Nugusee Bayyanaa I/A/Kantiibaa
4.Faaxumaa Huseen I/G/Siyaasaa
5.Magartuu Nagawoo I/G/Ijaarsaa

10/08/2022

Good Morning From Arsi Asella Oromia Ethiopia 🇪🇹. From The Land of Runners.

Address

Arsii Shanan Kooluu
Mechara

Telephone

+251922288287

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Aanaa shanan kooluu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category