WAWWMYNBakka lallaba Burqaa Naqamtee

WAWWMYNBakka lallaba Burqaa Naqamtee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from WAWWMYNBakka lallaba Burqaa Naqamtee, Grocers, Oromo, Nek'emte.

27/07/2026
 # Sagantaa Guyyaa 19/11/2018  Barumsa Maatii Guyyaa lammaf ture haala gaariin xumurameera✓,Uma. 2¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯²¹ Waaqayyo ...
27/07/2026

# Sagantaa Guyyaa 19/11/2018
Barumsa Maatii Guyyaa lammaf ture haala gaariin xumurameera
✓,Uma. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²¹ Waaqayyo gooftaan namichi rafee akka of wallaalu godhe; utuu namichi rafuu lafee cinaacha isaa keessaa tokko fuudhee iddoo isaatti foon in guute.
²² Waaqayyo gooftaan lafee cinaachaa isa namicha keessaa fuudhe sana irraa dubartii tolchee namichatti in geesse.
²³ Namichis, "Amma reefuu ta'e; isheen kun lafeen ishee lafee koo keessaa, foon ishees foon koo irraa fuudhame; isheen kun namattii waan argamteef, 'Namee' jedhamtee haa waamamtu!" jedhe.
²⁴ Kanaafis dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa, haadha manaa isaattis in maxxana; isaan lachanuus foon tokko in ta'u.
²⁵ Namichii fi haati manaa isaa qullaa isaanii turan, lamaanuun isaanii garuu wal hin saalfatan.

21/03/2026
seenaa dhugaa
21/03/2026

seenaa dhugaa

28/01/2026

“Namni sooressa of fakkeessu jira, kana keessaa immoo homaa hin qabu; namni hiyyeessa of fakkeessu jira, kana keessaa immoo badhaadhaa dha.”
— Fak. 13:7

Rehobot Eebbisaa
06/01/2026

Rehobot Eebbisaa

Address

Oromo
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WAWWMYNBakka lallaba Burqaa Naqamtee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category