Waldaa Amantoota warra wangeela makkaanaa yesuus nuunnuu

Waldaa Amantoota warra wangeela makkaanaa yesuus nuunnuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Amantoota warra wangeela makkaanaa yesuus nuunnuu, Grocers, N01, Nekemt.

Waaqayyoon Eeggachuun Gaariidha!!!!!
11/02/2026

Waaqayyoon Eeggachuun Gaariidha!!!!!

Gumii 4ffaa Sabakaa Nuunnuutti gaggeeffameen guyyaa har'aa kana hojii Sabakaa kana hojiirra Olchuuf Waadaa kan fuudhan  ...
08/05/2025

Gumii 4ffaa Sabakaa Nuunnuutti gaggeeffameen guyyaa har'aa kana hojii Sabakaa kana hojiirra Olchuuf Waadaa kan fuudhan luba Saddeeta Laggaseedha. isaanis waggaa 4f hojii Sabakaa keenya kan adeemsisan ta'uun filamaniru.Bara Hojii Gaarii isaaniif Haa Ta'u jennan

26/04/2025

bara 2011 akkas tureem

Yesuus Humna Fannoo Keen Araara Waan Nutti Argisiistef Eebbifami.
18/04/2025

Yesuus Humna Fannoo Keen Araara Waan Nutti Argisiistef Eebbifami.

10/04/2025

Waaqayyoof Wanti Hunduu Akka Danda'amu in Amananna.Waldaan Keenyas Kana Abdachuun Ijaarsa Jalqabdee Waan Jirtuuf Namoonni Nu Faana Ijaaru Barbaaddan lakk. Acc. Kan Armaan Oliiti.

06/04/2025

Address

N01
Nekemt

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Amantoota warra wangeela makkaanaa yesuus nuunnuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category