Elemo Ali

Elemo Ali Bakka Demtuutti Soda Rabbi Qabadhu Elemo Show

Dubbisii xumuri baradhu yaadadhu itti fayyadami   fi Aakhiraa Hunda Kennamee Jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ 1. Qalbii yeroo hu...
18/08/2026

Dubbisii xumuri baradhu yaadadhu itti fayyadami
fi Aakhiraa Hunda Kennamee Jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ

1. Qalbii yeroo hunda Rabbii gocha isaa yaadattee Rabbii galatoomfattu.

2. Arraba zikrii Rabbii heddummeeysu, kan yeroo hunda Rabbii yaadatu.

3. Qaama balaa fi rakkoo irratti yeroo hunda obsu.

4. Jaartii ykn Jaarsa gaarii kan lubbuu teetii fi horii kee irratti sin ganne.

Namni waan afurii kana argatee dhugaan Addunyaa fi Aakhiraatti milkaawe

Yaa Rabbii Warra waan 4an kana hunda kennamee milkaawe nu taasisi🤲
Abu Huzeyiifa
Dubbistee yoo xumurte salawaata buusi share godhii keeyrii facaasi

15/08/2026

dhukkuba qamaatifi
dhukkuba dhaba
rabbiin isiinira ha qabu

13/08/2026
10/08/2026

Ergamaa Rabbi Nabbi
Muhammad Nagayyaaf
Rahmaani Sirratti
Ha Jirraatu
Sallaallaahu Aleeyhi Wasaalaam

20/07/2026
09/06/2026

masha Allah Hoyyoo

Congratulations 🎉🎉🎉 Liban Adnan Mohamad
05/06/2026

Congratulations 🎉🎉🎉 Liban Adnan Mohamad

Address

Oromia
Hirna
ELEMO

Telephone

+251975720391

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Elemo Ali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share