Maktub Maktub

Maktub Maktub Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Maktub Maktub, Grocers, Nairobi, Mombasa.

๐ŸŒฟ Fayyummaa Qurunfullii (Clove) ๐ŸŒฟQurunfulliin qoricha uumamaa humna guddaa qabu keessaa isa tokko dha. Faayidaan isaa he...
11/02/2026

๐ŸŒฟ Fayyummaa Qurunfullii (Clove) ๐ŸŒฟ
Qurunfulliin qoricha uumamaa humna guddaa qabu keessaa isa tokko dha. Faayidaan isaa hedduu fi balโ€™aa dha ๐Ÿ‘‡
1๏ธโƒฃ Dhibee dadhabina onneef โ€“ Anti-oxidant qabaachuun onnee cimsuuf ni gargaara โค๏ธ
2๏ธโƒฃ Utaalloo irraa dafnee fooyyaโ€™uuf โ€“ Qufaa fi xannacha sombaa laaffisa ๐Ÿคง
3๏ธโƒฃ Zayitiin Qurunfullii โ€“ Dhukkubbii jilbaa fi lafee laaffisuuf ni fayyada ๐Ÿฆต
4๏ธโƒฃ Qulqullina afaaniif โ€“ Baakteriyaa ajjeesa ๐Ÿฆท
5๏ธโƒฃ Foolii afaanii fooyyeessa โ€“ Foolii badaa ni hirโ€™isa ๐Ÿ˜ฎโ€๐Ÿ’จ
6๏ธโƒฃ Dhibee garaa laaleysaaf โ€“ Gaazii fi garaa dhukkubsatu ni laaffisa ๐Ÿคข
7๏ธโƒฃ Dhibee garaachaaf ni tola โ€“ Garaacha (liver) eeguuf ni gargaara ๐Ÿซ€
8๏ธโƒฃ Bokokuu ykn dhisamuu garaa ni ittisa โ€“ Qulqullina garaa eega ๐Ÿšฝ
9๏ธโƒฃ Madaa ni qoorsa โ€“ Miidhaa xiqqaa fayyisuuf ni fayyada ๐Ÿฉน
๐Ÿ”Ÿ Dhiiguu irgoo ilkaanii ni ittisa โ€“ Ilkaan cimsuuf ni gargaara ๐Ÿฆท
1๏ธโƒฃ1๏ธโƒฃ Hanga cholesterol ni toโ€™ata โ€“ Fayyaa onnee ni deeggera ๐Ÿ’“
1๏ธโƒฃ2๏ธโƒฃ Marsaa dhiigaa fooyyeessa โ€“ Sochii dhiigaa sirreessa ๐Ÿ”„
1๏ธโƒฃ3๏ธโƒฃ Madda anniisaa qaamatiif โ€“ Dadhabina ni hirโ€™isa โšก
1๏ธโƒฃ4๏ธโƒฃ Shubamuu qaamaa ni ittisa โ€“ Dandeettii qaamaa cimsuuf ni gargaara ๐Ÿ’ช
1๏ธโƒฃ5๏ธโƒฃ Seeloota dhiiga duโ€™anii qulqulleessa โ€“ Anti-oxidant cimaa dha ๐Ÿงฌ
๐Ÿซ– Itti Fayyadamni:
โœ”๏ธ Shaayi waliin itti naqanii dhuguu
โœ”๏ธ Damma waliin daakanii fudhachuu ๐Ÿฏ
โœ”๏ธ Zayitii isaa iddoo dhukkubbii irratti dibachuu
โš ๏ธ Hubachiisa: Namoonni ulfa, daaโ€™imman xiqqoo, akkasumas namoonni dhibee garaacha cimaa qaban itti fayyadama isaanii ogeessa fayyaa waliin mariโ€™achuu qabu.
๐ŸŒธ Galatoomaa ๐ŸŒธ

Gullaallee lafti Seenaa bakka wal geettii Oromootaa qofa osoo hin taane lafa dhugaa fi nagaa Oromoo fi Oromiyaaf akka ta...
11/02/2026

Gullaallee lafti Seenaa bakka wal geettii Oromootaa qofa osoo hin taane lafa dhugaa fi nagaa Oromoo fi Oromiyaaf akka tahu itti lallabamudha.

๐—›๐—ถ๐—ถ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ž๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ผ๐—ผ ๐—š๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—ฆ๐—ถ๐—ฟ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐— ๐—ฎ๐—ฎ๐—น ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐˜๐˜‚ ?           Asii argattu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐‘ฉ๐’–'๐’–๐’–๐’“๐’‚ ๐‘ณ๐’‚๐’ƒ๐’”๐’Š๐’Š 245/2014 ๐’Œ๐’†๐’˜ 2 ๐’‡๐’Š 7 ๐‘ฑ๐’‚...
10/02/2026

๐—›๐—ถ๐—ถ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ž๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ผ๐—ผ ๐—š๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—ฆ๐—ถ๐—ฟ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐— ๐—ฎ๐—ฎ๐—น ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐˜๐˜‚ ?
Asii argattu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐‘ฉ๐’–'๐’–๐’–๐’“๐’‚ ๐‘ณ๐’‚๐’ƒ๐’”๐’Š๐’Š 245/2014 ๐’Œ๐’†๐’˜ 2 ๐’‡๐’Š 7 ๐‘ฑ๐’‚๐’๐’‚๐’•๐’•๐’Š ๐’‰๐’Š๐’Š๐’Œ๐’๐’ ๐’‡๐’Š ๐‘ฒ๐’‚๐’‚๐’š๐’š๐’๐’ ๐‘ฎ๐’‚๐’‚๐’„๐’‰๐’‚๐’๐’‚ ๐‘บ๐’Š๐’“๐’๐’‚๐’‚ ๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’ ๐’Œ๐’‚๐’‚๐’š๐’‚๐’Ž๐’†๐’† ๐’‹๐’Š๐’“๐’‚

๐Ÿ‘‰"๐–ฆ๐–บ๐–บ๐–ผ๐—๐–บ๐—‡๐–บ ๐–ฒ๐—‚๐—‹๐—‡๐–บ๐–บ" ๐—ƒ๐–พ๐–ผ๐—๐—Ž๐—Ž๐—‡ ๐—Œ๐—‚๐—‹๐—‡๐–บ ๐—Ž๐—†๐—†๐–บ๐—‡๐—‡๐—‚ ๐—‡๐–บ๐–บ๐—‡๐—‡๐—‚๐–ผ๐—๐–บ๐–บ ๐–ฝ๐—Ž๐—Ž๐–ฝ๐—๐–บ๐–บ๐–ฟ๐—‚ ๐–บ๐–บ๐–ฝ๐–บ๐–บ ๐—Œ๐—‚๐—‹๐—‡๐–บ ๐–ฆ๐–บ๐–ฝ๐–บ๐–บ๐—๐—‚๐—‚๐—‡ ๐—‚๐—ƒ๐–บ๐–บ๐—‹๐–บ๐—†๐–พ๐–พ ๐–ฟ๐–พ๐–ฝ๐—๐—‚๐—‚, ๐–ฟ๐–บ๐–บ๐—’๐—‚๐–ฝ๐–บ๐–บ๐–ฟ๐—‚ ๐—†๐—‚๐—‹๐—€๐–บ ๐—‚๐—Œ๐–บ๐–บ๐—๐—‚๐—‚๐–ฟ ๐—‚๐—๐—๐—‚๐—‚๐—‡ ๐—ˆ๐–ฟ๐–พ๐–พ๐—€๐—Ž๐—Ž๐–ฟ๐—‚ ๐—ˆ๐–ฟ๐—๐—‚๐—„๐—Œ๐—Ž ๐—ƒ๐–พ๐–ผ๐—๐—Ž๐—Ž๐–ฝ๐—๐–บ.
๐Ÿ‘‰ ๐Š๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ ๐†๐š๐š๐œ๐ก๐š๐ง๐š ๐’๐ข๐ซ๐ง๐š๐š ๐†๐š๐š๐œ๐ก๐š๐ง๐ง๐ข ๐’๐ข๐ซ๐ง๐š๐š ๐ค๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ฐ๐ฐ๐š๐ง ๐š๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ ๐š๐๐ข๐ข ๐ง๐ข ๐ช๐š๐›๐š๐š๐ญ๐š:
๐Ÿ‘Œ ๐Œ๐ข๐ซ๐ ๐š, ๐๐š๐ง๐ญ๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐Ÿ๐š๐š๐ฒ๐ข๐๐š๐š ๐”๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š ๐๐š๐š๐ง๐ง๐ข๐œ๐ก๐š๐š ๐ž๐ž๐ ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ง๐š๐ ๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐ญ๐š๐ฌ๐ ๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐ค๐š๐›๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ;
๐Ÿ‘Œ ๐€๐š๐๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š ๐ง๐š๐ ๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐ญ๐š๐ฌ๐ ๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐”๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š ๐๐š๐š๐ง๐ง๐ข๐œ๐ก๐š๐š ๐ ๐š๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ;
๐Ÿ‘Œ ๐ƒ๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐š๐ฆ๐ฆ๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ๐ข ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ฎ ๐š๐ค๐ค๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐š๐š๐๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐š ๐†๐š๐๐š๐š๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐ง๐š๐ ๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐ญ๐š๐ฌ๐ ๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐ค๐š- ๐›๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐š๐ก๐ž๐ž ๐ข๐ฌ๐š๐š ๐š๐ค๐ค๐š ๐›๐š๐ก๐š๐ญ๐ฎ ๐ญ๐š๐š๐ฌ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐ช๐ž, ๐ข๐ฃ๐š๐ซ๐š๐ฆ๐ž๐ž๐Ÿ๐ข ๐ก๐ข๐๐ก๐š๐ญ๐ž ๐ข๐ฃ๐š๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ;
๐Ÿ‘Œ ๐”๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š ๐๐š๐š๐ง๐ง๐ข๐œ๐ก๐š๐š ๐ช๐ข๐ง๐๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š๐ง ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š ๐ง๐š๐ ๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐ญ๐š๐ฌ๐ ๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐ช๐š๐›๐๐ฎ ๐ฃ๐š๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š๐š ๐ฆ๐ข๐ซ๐ค๐š๐ง๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ.

MICCIIRRAA FI HIIKA ISAA โ€Žโ€ŽMicciirran bal'inaan Oromoo Booranaa fi Gujii biratti harkatti kan keewwatamu yoo ta'u; yeroo...
10/02/2026

MICCIIRRAA FI HIIKA ISAA
โ€Ž
โ€ŽMicciirran bal'inaan Oromoo Booranaa fi Gujii biratti harkatti kan keewwatamu yoo ta'u; yeroo ammaa garuu bakka garaa garaa fi namoota hedduun akka faayaatti illee keewwataa jiraachuu argaa jirra.
โ€Ž
โ€Ž1. Hiika Micciirraa:-
โ€ŽโžคInni tokko ta'ee hojjatame Oromoon tokko ta'uu ibsa.
โ€ŽโžคInni lama ta'ee hojjatame immoo damee Oromoo lamaan Booranaa fi Baarentuu ibsa. Inni lama ta'ee hojjatame kun hundeen ykn jalqabni isaa tokko yoo ta'u, hanga xumura ykn hundee jalqabaa bira gahutti gidduutti kan argamu lama. Inni lamaan gidduutti argamu kun dameelee Oromoo lamaan kan ibsuu fi dhuma irratti walitti dhufee tokko ta'uun immoo Oromoon tokko ta'uu isaa ibsa.
โ€ŽโžคShiboon irraa hojjatame wal-xaxee jiraachun sun dhiigni Oromoo wal-keessa jiraachuu ibsa.
โ€ŽโžคMicciirraan yeroo dhaabbatu mallattoo Odaa fakkaatu agarsiisa. Odaan immoo mallattoo Oromoo akkuma ta'e; Micciirraanis mallattoo sabboonummaati.
โ€ŽโžคMicciirraan akka qubeelaa illee ta'ee ni tajaajila.
โ€Ž
โ€Ž2. Harka itti kaawwatamu:-
โ€ŽMicciirran harka mirgaa malee bitaatti hin kaawwatamu.
โ€Žโžก๏ธSababni mirgatti kaawwatamuuf:-
โ€Žโ˜‘๏ธ Oromoon mirga isaaf falmachaa jiraachuu ibsa akka jechuu ti.
โ€Žโ˜‘๏ธ Oromoon injifataa fi Abbaa mirgaa hanga ta'utti kan jedhus nii ibsa.
โ€Žโ˜‘๏ธ Faayi kun waan keenya waan ta'eef mirgatti keewwatama.
โ€Žโ˜‘๏ธMallattoo sabboonummaa waan ta'eef.
โ€Ž
Walumaa galatti, Micciirraan Oromummaa kan ibsuu fi harka mirgaatti kan keewwatamu ta'uu isaati.

TCVOO irraa!
โ€Ž
โ€Žhttps://t.me/TCVOO

 ๐Ÿ’ƒIsa: HiIshee: Eenyu'a ati?Isa: Wal haa barruIshee: Eenyu'an je'eem, maqaakee hima'uIsa: Suuta jedhi maal taate?Ishee: ...
10/02/2026

๐Ÿ’ƒ
Isa: Hi
Ishee: Eenyu'a ati?
Isa: Wal haa barru
Ishee: Eenyu'an je'eem, maqaakee hima'u
Isa: Suuta jedhi maal taate?
Ishee: Maqaakee hima'u yookaan bilbilakee cufa'u
Isa: Tole, Olqabaan jedhama.
Ishee: Bakki alootakee eessa'a?
Isa: Naannooma ati jirtu
Ishee: Shaambuu'aa?
Isa: Lakki
Ishee: Guduruu'aa? Moo Fincaa'aa'a?
Isa: Lakki achis miti
Ishee: Haratoo'aaree? Moo Saqalaa'a?
Isa: Lakki achis miti.
Ishee: Yoo dubbatte dubba'u. Kana caalaa nan amaasiin
Isa: Tole nan dubbadha.
Ishee: Dubba'ukaa. Moo Jaartee, Jaardagaa yookaan Amuruu'a?
Isa: Lakki.
Ishee: Maa'a je'a kunimmoo?! Gurbee yoo dubbatte dubba'u yookaan bilbilakoon cufa'a
Isa: Anoo Dongoroodha
Ishee: Ati Dongoroo miti Donqoroo'a malee. Lammaffaa akka natti hin bilbille tortoraa.

Bilbila gura irratti cufte!

Part 2 itti fufa...

๐Ÿ€  kun waamicha dhiigaa, lafee fi eenyummaati. Ijoollee Oromoo uffata waraana imphaayera Itoophiyaa uffatanii jiran hund...
08/02/2026

๐Ÿ€ kun waamicha dhiigaa, lafee fi eenyummaati. Ijoollee Oromoo uffata waraana imphaayera Itoophiyaa uffatanii jiran hundaaf; ๐Ÿ‘‡

WAAMICHA OROMUMMAA:
Gara Sabakeetti Deebi'i!

, ati ilma saba guddaati; lafee dugdaa Oromiyaati. Humni harโ€™a uffata waraanaa sitti uffisee uummata kee irratti si bobbaasaa jiru kun, dantaa imphaayerichaa tiksuuf malee dantaa saba keetiif dhimmee miti. Meeshaan ati harโ€™a baattee jirtu kun haadha si deesse, abbaa si guddise fi obboleeyyan kee warra mirga isaaniif falmatan irratti akka xiyyeeffatu gochuun daba seenaati. Yaadadhu, mootummaan ni darba, saba fi seenaan garuu ni waaru. Galanni kee inni guddaan uummata kee kabachiisuu malee, sirna eenyummaa kee balleessuuf hojjetuuf tajaajilaa taโ€™uu miti.

, waraanni harโ€™a Shawaa, Wallagga, Gujii, Borana fi bakkeewwan adda addaa Oromiyaa keessatti uummata nagaa irratti banamee jiru kun, duguuginsa sanyiiti. Ijoollee Oromoo waraana mootummaa keessa jirtan, meeshaa abbaa irree taโ€™uun obboleessa kee kuffisuun injifannoo miti; injifannoon inni guddaan gocha farrummaa sabaa irraa harka kee qulqulleessuudha. Diinni kee inni duraa nama mirga keef qabsaayu osoo hin taane, nama mirga kee sarbee akka ati saba kee waraantu si ajajudha. Onneen kee dhiiga Oromummaan waan guutameef, iji kee dhugaa jiru arguun gara uummata keetti akka naannaโ€™u yeroon isaa amma.

, seenaa keessatti gootonni saba isaaniif dhaabbatan yoomiyyuu ni yaadatamu; warri dantaa yeroof jedhanii saba isaanii gatan garuu xuraawaa seenaa taโ€™anii hafu. Harโ€™a uummatni kee si waamaa jira; "Ilma koo natti hin dhukaasin, gaachana naa taโ€™i" jedhee si madaalaa jira. Waamichi Oromummaa kun waamicha dhiigaati. Meeshaa kee gara diina saba keetti naannessuun ykn qabsoo uummata keetti makamuun kabajaa seenaa siif kenna. Gabrummaa imphaayerichaa utubuu irra, bilisummaa saba keetiif utubaa taโ€™uun qooda dhalootaa isa guddaadha.

, hubadhu; humni abbaa irree yeroo hundumaa deeggarsa u

Itoophiyaan imphaayera maaliif jenna? Gaaffii jettuuf deebii barruu gabaabduu kana obsaan dubbisi!Imphaayeri tokko kan b...
08/02/2026

Itoophiyaan imphaayera maaliif jenna? Gaaffii jettuuf deebii barruu gabaabduu kana obsaan dubbisi!

Imphaayeri tokko kan beekamu saba tokko ykn mootummaa tokkoon dhiibbaa fi toโ€™annoo saboota fi naannoolee biroo irratti taasifamuun.

1. Babalโ€™ina Daangaa (Territorial Expansion):
Itoophiyaan bifa amma qabdu kanaan kan ijaarame jaarraa 19ffaa keessa, keessattuu bara mootii Minilik II ture. Adeemsi kun immoo akkaataa imphaayeronni adduunyaa biroo (fkn. Biritaaniyaa ykn Raashiyaa) itti ijaaraman waliin wal-fakkaata. Mootummaan giddu-galeessaa (Saba tokko giddu-galeessa godhate) humni waraanaa isaa gara Kibbaa, dhihaa fi bahaatti babalโ€™isuun uummatoota akka Oromoo, Sidaamaa, Walayittaa fi kkf irratti weerara gaggeessuun bulchiinsa isaa jala galcheera. Adeemsi weeraraa fi tooโ€™annaa kun amala buโ€™uuraa sirna imphaayeraati.

2. Giddu-galeessummaa Aadaa fi Afaanii (Cultural Homogenization):
Imphaayerri tokko aadaa, afaan fi amantii saba mo'e sanaa saboota mo'aman irratti fe'uun beekama. Itoophiyaa keessatti seenaa keessatti afaan Amaraa Afaan Mootummaa qofa osoo hin taane, afaan eenyummaa biyyaa ibsu akka ta'u taasifameera. Saboonni biroo afaan isaaniin akka hin dubbanne, hin baranne fi aadaa isaanii akka hin guddifanne dhiibbaan irra gahaa tureera. Eenyummaa saboota biroo gad-qabanii eenyummaa saba tokkoo qofa ol-kaasuun (Amharization) kun mallattoo sirna imphaayeraa isa guddaadha.

3. Saaminsa Diinagdee fi Sirna Gabbaarii:
Imphaayeri tokko naannoolee weerare irraa qabeenya saamaa, gara giddu-galeessaatti (Capital) kuusa. Itoophiyaa keessatti sirni "Qalad" fi "Nafxanyaa-Gabbaarii" naannolee kibbaa keessatti dhalachuu isaa akka fakkeenyaatti kaasuun ni dandaโ€™ama. Uummatni abbaa biyyaa ture lafa isaa irraa buqqifamee gabbaarii akka taโ€™u gochuun, oomishni naannoo sanaa mootota giddu-galeessaa fi hojjettoota isaanii tajaajiluun isaa diinagdee imphaayeraa (Imperial Economy) mul'isa.

guutuu isaa Dhiiroo Garbii jala argattuโœ๏ธโœ๏ธ

DHUGUMAA JALDEESSOO Seenaa gama lixa Oromiyaa keessumattuu daangaa gama kaabaan diinota daangaa Oromiyaa karaa kaabaa ak...
08/02/2026

DHUGUMAA JALDEESSOO

Seenaa gama lixa Oromiyaa keessumattuu daangaa gama kaabaan diinota daangaa Oromiyaa karaa kaabaa akka as hin ceene dhorkuufi Oromoota Maccaa Aanota amma Angar gama jiran gurmeessuu keessatti gahee olaanaa waan qabuuf, yeroo Uumanni keenya dararaa hamaa diinaa inni itti cichee qe'ee irraa eegaa ture yeroo qe'ee dhuunfatan bahaaf gala Uummaticha dhowwan yaadachumaafi...,

Dhugumaan abbaa isaa Obbo Jaldeessoo Namee fi haadha isaa Aadde Danbalee Baroo irraa bara 1863 godina Wallagga bahaa; Limmuu, Qay Hamusitti dhalate.

Dhugumaan, raayyaa Kumsaa Moroodaa biratti fudhatamaa fi jaalatamummaa erga horateen booda kaayyoon isaa kutaa bulchiinsa mataa isaa bilisa taate hundeessuu ture. Kutaalee kaan bilisa baasuun yeroo waan fudhatuuf ofii isaatii bilisa taโ€™ee kaanis deeggaruun abjuu isaa ture.

Dhugumaan, Atsee Minilik Ilffaan daangaa bulchiinsa isaa yoo babalโ€™ifatu ykn yoo weerara gaggeessu reefuu dargaggeessa lafaa baโ€™aa ture. Waan sirnichi hawaasarra qaqqabsiisaa turetti aarii cimaan dargaggeessa โ€˜afachuunโ€™ guutamee dha. Warri isaa harka qalleeyyii fi hojjettanii warra abbootii lafaatiin maatiin isaa saamamaa turanii dha. Innis taanaan akkuma maatii isaa warra abbootii lafaaf humna isaanii bal'eessaa turan carraansaa akka ta'uuf deemtu hubate.

Hacuucaa fi saamicha hawaasaa toora dhaloota isaarra gaโ€™uun kan aare Dhugumaan, dargaggoo onnatee finciluu barbaadus argachuun garuu abjuu dhugoomuu dadhabe jalaa taโ€™e. Dhibeen eenyummaas isa dararte. Fincilee loluun waan achitti taโ€™uufii diddeefis gara magaalaa Naqamteetti qajeele. Naqamteettis masaraa hoogganaa Leeqaa Naqamtee kan ture masaraa Kumsaa Moroodaatti hojii argatee hojjechuu jalqabe. Yeroon kunis yeroo leenjii loltummaa argatee fincilaaf qophaaโ€™us taโ€™eefi. Mootichis cimina hojii Dhugumaa erga argee booda ofitti siqsee icciitii qodhachuunii jalqabe. Icciitin saamichaa inni duraan beeku harโ€™ammoo ittuu ifee itti mulโ€™ate.

Mootii Shawaa fi Walloo Raas Mikaa'el gidduutti yommuu lolaa, sagalee hoogga

Goota Barahaa Sayyoo...Jaal Jigsaa AbdiisaaHar'aaf kaleessa walitti hiitee yaaddee beektaa? Kaleessaaf har'i hidhata cim...
07/02/2026

Goota Barahaa Sayyoo...
Jaal Jigsaa Abdiisaa

Har'aaf kaleessa walitti hiitee yaaddee beektaa? Kaleessaaf har'i hidhata cimaan utubaman. Waamaraafuu dubbiin akkas ture; Waan gootummaa kaleessaati! Safuu gootummaa ititaa akkasii arguun ija arguuf, gurra har'a dhaga'uuf uggum raajiidha!๐Ÿ”ฅ๐Ÿค”

Gootni kun hortee warra maccaa keessaa tokko kan ta'e hortee warra Sayyoo irraa dhalate. Qe'een dhalootaa isaammoo Godina Qellem Wallaggaa ti. Haa ta'u malee naannoo Dambii Dolloo iddoo addaa barahaa Shuffee jedhamu keessa yeroo dheeraa jiraachuun beekamaa ture. Gootummaan isaallee achirraa eegala.

Inni qofaa isaa kitila caala! Geerarsi isaa ajjeesaa arboomsa, lugnaa fi gantuu ofitti finceessisa. Goota, Sirni sukkuumee dadhabe jechuun isadha. Gaafa sirni cunqursaa qe'ee abbaa isaatti jabaatu, qotee bulaan yeroo haqa dhabu, mirgi namoomaafi wal-qixxummaan yeroo qeโ€™ee abbaa isaatti hanqatu; โ€œlakkiโ€ jechuun amala isaati. Inni leenca sodaa malee fincila diddaa qindeessee Wayyaaneetti awwaara kaasiseedhallee.

Umurii isaa keessatti, seenaa himamee hin dhumne hojjetteera! Goota jechuun tokko isadha! Gootummaadhaan achi hafee hin qabu! Inni goota!

TCVOO irraa!

https://t.me/TCVOO

Ergaa Albert_Einstein Albert yeroo barataa turetti gaaffii gaafatame.Gaaffichi gaaffii Herregaati.Barsiisaan yeros "1x9 ...
01/02/2026

Ergaa Albert_Einstein
Albert yeroo barataa turetti gaaffii gaafatame.Gaaffichi gaaffii Herregaati.Barsiisaan yeros "1x9 meeqa?" jedhee gaafate.Albertis "9"jedhee deebise.Ammas" 2x9 meeqa" jedhee gaafate.Albertis "18" jedhee deebiseef. Barsiisichi itti fufuun ammas 9x10 gaafate, Albertis "9x10=91" jedhee deebiseef. Barattoonni hundinuu itti kolfani.Sababni isaa 9x10=90 waan ta'eefi dha.

dhumarratti barattoota itti kolfan sanaan "gaafan deebii sirrii deebisu hamilee homaatuu naaf hin kennine.Garuu,gaafan deebii tokko dogongoru hundi keessan natti kofaltani. Kana jechaan gaafa ati dogongora uumte namni hundi sitti iyya.Gaafa gaarii 100 hojattu nama hamilee sif kennu dhabda.Kanaafuu,gaarii hojjachuu keetiif hamilee Namarraa hin eegiin!

Address

Nairobi
Mombasa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maktub Maktub posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category