Murad Ahimad

Murad Ahimad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Murad Ahimad, Eastliegh, Nairobi.

05/08/2026
24/07/2026

kadaa Abshir humamitii

26/06/2026

Waldaan Hawaasa Sikkoo Mandoo Biyya Jarmanii lammiilee godina Arsiitti manaa fi qe'ee isaanii irraa buqqaafaman bayyanachiisuuf uummanni Oromoo tumsa akka taasisu yaamicha dhiheesse.

Hawaasni Oromoo biyya Jarmanii tumsa hawaasaa kana irratti akka hirmaatu waldichi yaamicha dhiheessee jira.

Gargaarsa kana walitti qabuuf koreen qindeeassituu ijaaramuun gargaarsa walitti qabuu akka eegale waldichi eeree, waldaaleen, afooshaalee fi dhaabbileen Oromoo gamtaadhaan akkasumas dhalattoonni Oromoo dhuunfaadhaan gumaacha isaanii taasisuu akka danda'an ibseeti jira.

Uummanni godina Arsiitti qe'ee fi qabeenya isaa irraa buqqaafame haala ulfaataa keessa jiraachuu waldichi eeree, hawaasni Oromoo lammiilee kanneen bayyanachiisuuf tumsa akka taasisu yaamicha dhiheesseera.

Eid Mubarak waraa baranaa kan baraa heduu nu godhu
20/03/2026

Eid Mubarak waraa baranaa kan baraa heduu nu godhu

16/03/2026

Yaa Raabii namaa Itii dalaguu nu godhii

Address

Eastliegh
Nairobi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murad Ahimad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Murad Ahimad:

Shortcuts

Share