Leenca Fakkii Namaa

Leenca Fakkii Namaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Leenca Fakkii Namaa, Grocers, Manila.

 !Inisheetivii Sanyii Filatamaa Muuzii Tishuu; Galma Gahiinsa Olka'insa Biyyaa Dhugoomsuuf!_______Imala olka'iinsaa jalq...
16/11/2025

!
Inisheetivii Sanyii Filatamaa Muuzii Tishuu; Galma Gahiinsa Olka'insa Biyyaa Dhugoomsuuf!
_______
Imala olka'iinsaa jalqabuun keenya qabatamaadha.Fakkeenya Badhaadhina ta'uunis waan hin oolle.Bu'uuruma kanaan Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuu Ganda Erer Maddancinneetti Misooma Muuzii Tishuu Culture,Sadarkaa Gaba'aaf dhiheessuuf Qophiirratti argama.

Biyya hirkattummaa irraa gara oomishtummaatti cehuun badhaadhina hunda galeessaatti tarkaanfatte dhugoomsuuf badhaadhinni kan karoorse qixaan raawwataa, waadaa gales gochaan dhugoomsaa jira.Imalli gara badhaadhinaatti eegalame milkaahinoota gurguddoodhaan dabaalamee fuula duratti tarkaanfachuu irratti argama.

23/07/2025

Address

Manila

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Leenca Fakkii Namaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category