22/05/2025
jechuun Qur'aanaa fii Hadiisa, Sahaabotaa fii ulamaa'ota Sahaabotaa irraa baratanii fii Ulamaa'ota Sahaabota irra Baratan sanirraa warra barate qofa Nama hordofu ykn irraa barachuudhaan waahundaan isaan Jala deemu jechuudha 👍
Namni Ani ufiin jedhu ba'aa guddaa baatee Jira ✅
1ffaa.ba'aa guddaa kana keessa Jira✅
2ffaa.ba'aa guddaa kana keessa Jira⚠️
3ffaa.ba'aa guddaa kana keessa jira ✅
4ffaa.ba'aa guddaa kana keessa Rabbiif jecha jira,,⚠️
jira,⚠️
jira,⚠️
jira, ⚠️
jira ⚠️
dhabuutu jira, ⚠️
dhabuutu jira⚠️
dhabuutu jira
osoo kana hundaa hin hubatin ani salafiidha ofiin jechuun dogoggora guddaa of keessaa qaba ⚠️
rabbii qofaaf hojjeta 👍
ergamaa rabbii ﷺ qofaa hojjeta 👍
garee miti! ☝️
mootummaatti hin erkatan 👍
mootummaadhaaf gorsa kennan 👍
mootummaarratti hiriira hin bahan!
mootummaa isaanii hanga inni amantii isaanii irraa hin dhorkiinitti!
hanga inni murtii koo malee kan rabbii dhiisaa jedhutti hin balaaleffatan !
dogongora Mootummaa karaa qajeelaa fi naamusa qabuun gargaaran ✅
hawaasa jala hin deeman⚠️
hawaasa akka isaan ulamaa'oota jajalloo fi hooggantoota jajjalloodhaan karaa rabbii irraa hin dabne ni gargaaru ✅
fedhii lubbuu fi sheyxaanaa hin deeggaran maallaqaanis hin bitaman ✅
diinoonni hedduudha ⚠️
, , , , , , warra Bida'aatii fi kan kana fafakkaataniidha ⚠️
hojiin kun karaa warra yookiin ulamaa'oota isaan jala deemaniiti 100%100✅
salafiyyoonni yoo hojii kana hunda hojjachuudhaaf kan waadaa galan taate garee tokko qofa balaaleffatanii garee kaan dhiisuun dogongoraa fi karaa Salafa saaliha irraa dabuudha waan ta'eef hojiilee kana karaa sirriitiifi hubannoo sirriitiin naamusa gaariin irratti hojjachuu qabu✅
ofii isaaniitiif waliif tumsuu,
dogongora isaanii waliif sirreessuu,
hubannoo gaarii waliif qabaachuu fi waan dhimma aqiidaa hin ilaallanneef jecha waliin ooduu fi wal balaaleffachuu fi maqaa wal balleessuu irraa fagaachuun karaa salaf saalihaa kabajuu fi guddisuu jechuudha ✅
Rabbi Nama karaa isarratti obsee wal gorfachuudhaan addunyaa fi aakhirattis milkaa'u Nuhaa taasisu 🤲