Oromoon saba oromiyaan biyya

Oromoon saba oromiyaan biyya Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromoon saba oromiyaan biyya, Grocers, Turkey istanbul, Istanbul.

Dhimmi Jimaa hanga ammaatti furmaata hin arganne jedhan maddeen OMN. Torbee dabre xalayaan gumuruukni federaalaa naannoo...
15/06/2023

Dhimmi Jimaa hanga ammaatti furmaata hin arganne jedhan maddeen OMN.

Torbee dabre xalayaan gumuruukni federaalaa naannooleef barreesse kan guyyaa shan keessatti hojiirra oolu jedhan hanga ammaatti furmaata hin arganne jedhan.

Keellaa fi qaraxnis, imaammanni duraan tures hin kaane, wanti fooyya'e tokkolleen hin jiru jedhu jiraattonni.

Ugguramuun jimaa qonnaan bultoota oomishtoota jimaa fi daldaltoota qofaa osoo hin taane biyyattiis kan miidhu akka ta'e ibsameeti jira.

Nama hin tuffatiin !Dubarti Mana raabsa foonii keessa hojjettuu tokkotu ture. Isheenis gaafa tokkoo akkuma hojii ishee x...
15/06/2023

Nama hin tuffatiin !

Dubarti Mana raabsa foonii keessa hojjettuu tokkotu ture. Isheenis gaafa tokkoo akkuma hojii ishee xumurteen meeshaalee fi waantoota firiijii ykn diilalleessa keessa ka’aaman keessa naqxee galuuf kutaa Mana firiijii seente. Warshaan raabsa foonii kunis Mana diilalleessa ykn firiiji guddaa qaba ture.

Dubartiin kun akkuma kutaa firiiji kana seenteen balbalichi akka tasaa osoo isheen keessa jirtu itti cufame. Balballi kun alaan yoo baname malee banamuu hin danda’uu. Isheenis iyyaa guddaa iyyaa turtee yeroo sanatti hojjettoonni raabsicha hundi iyyuu galan waan taheef namni ishee dhaga’uu hin argamne.

Isheenis sa’aatii 5 firiijicha keessa erga turtee sadarkaa du’aa irra geesse abdii kutatte du’uufis daqiiqa yartuun ishee hafte. Osoo isheen cinqamaa jirtuu waardiyyaan warshichaa gaafa alaan balbala banuu isheetu keessa jira. Isheenis bo’icha gudda boossee itti maramtee, akkamitti dhuftee balbala kana narra bantee. Du’a na oolchitee jetteen.

Innis ani warshaa kana keessa waardiyyaa ta’ee Wagga 30 ol hojjedheera. Namoonni mana raabsa kana keessa hojjetan baay’een isaanii akkasitti yeroo nu bira darbanii gara kaampanii kana seenanii fi galan nu tuffatanii nu bira darbu turan, garuu ati yeroo hundumaa yeroo seentuuf galgala yeroo galtu nagaa nu gaafatte malee darbitee hin beektu.

Ganama yeroo dhuftu “Akkam bultan” galgala yeroo baatu “Nagaan bulaa” jetta turtee namoota hedduu keessa. Garuu har’a yeroo hojii seente “Akkam bultan” jette seente garuu “Nagaan bulaa” jechuu kee eegaan turee. Namoonni baayeen akkasitti nu bira darbaa turan namoota kana keessa garuu nagaan bulaa kee eegee waanan dhabeef tarii iddoo hojii jirta jedheen si barbaadu dhufe akkasitti sirra banee jechuun deebiseef.

Agartee ilaalchi gaariin du’a nama oolcha jechuudha! Nama hin tuffatiin! Nama hundumaa waaqayyoo fakkaatti isaan uume waan ta’eef. Nama jaallachuuf ykn addunyaa jireenya kee keessa galchuuf ulaagaa hin keewwatin namummaa isaa duwwaaf jaalladhu.

Guyyaa bareeda qabaadha !

Nama hin Tuffatiin !!

Oromoo  saba oromiyaan biyya!
15/06/2023

Oromoo saba oromiyaan biyya!

Artisti kaabajamaf jalatama art qamar yuusuf dorsisuudhan yaalii ajjecha geggessan
14/06/2023

Artisti kaabajamaf jalatama art qamar yuusuf dorsisuudhan yaalii ajjecha geggessan

02/03/2023

Gaafa garren adawa gaafa maqalee sanii

Address

Turkey Istanbul
Istanbul

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoon saba oromiyaan biyya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category