Sõòsïñnàä Bãàrõk

Sõòsïñnàä Bãàrõk Photoo Ortho hundaa
❤Teewufiloos=kan waaqayyoo jaalatu😆
📢Qarmeloos 👂=Iddoo firi qabu🤲
💥Soosinnaa 🕊=Gugee😁🙏
💯Kennaa Maariyaam🙏🙏🙏

09/24/2026
Barri hamaan utuu hin dhufin,‎waggoonni ati, “Anatti hin tolan”‎ittiin jettus utuu hin dhi'aatin,‎bara dargagummaa keett...
09/19/2026

Barri hamaan utuu hin dhufin,
‎waggoonni ati, “Anatti hin tolan”
‎ittiin jettus utuu hin dhi'aatin,
‎bara dargagummaa keetti
‎uumaa kee yaadadhu! :1
‎ !
‎
‎ Dilbataa Kaatederaalii Qulqulleettii Maariyaamii Gidaamii Afuuraa Guddaa Qopheessanii Waan Jiraniif Ganama Sa'a 2:00 Irraa eegalee waan Jiruuf Irraa Hafuun Gonkumaa Hin danda'amu
‎
‎ Biraa Yoo Qabaattan Illee Guyyaa Biraatti Dabarsaa Isiniin Jedhu
‎
‎
‎

‎Ilmaan kee iddoo abboota kee in bu'u,‎far 45:16‎‎ !‎‎  garee M/Miikaaʼel fi farfatton Dilbataa B. J.Qulqulluu Gabriʼeel...
09/19/2026

‎Ilmaan kee iddoo abboota kee in bu'u,
‎far 45:16
‎
‎ !
‎
‎ garee M/Miikaaʼel fi farfatton Dilbataa B. J.Qulqulluu Gabriʼeel burii
‎
‎ Afuuraa Qopheessanii Waan Jiraniif Ganama Sa'a 3:00 Irraa eegalee waan Jiruuf Irraa Hafuun Gonkumaa Hin danda'amu
‎
‎ Biraa Yoo Qabaattan Illee Guyyaa Biraatti Dabarsaa Isiniin Jedhu
‎
‎
‎

bagaa nagaan galtanii👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
09/17/2026

bagaa nagaan galtanii
👏👏👏👏👏👏👏👏👏
👏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

𝗛𝗮𝗹𝗸𝗮𝗻 𝗬𝗮𝗮'𝗶𝗾𝗼𝗼𝗯 𝗻𝘂𝘂𝗳 𝗵𝗮𝗮 𝘁𝗮'𝘂! Maalif Kiristaanonni jedhu Laata?Yeroo heddu keessumattuu nuti kiristaanonni Ortodoksii ...
09/03/2026

𝗛𝗮𝗹𝗸𝗮𝗻 𝗬𝗮𝗮'𝗶𝗾𝗼𝗼𝗯 𝗻𝘂𝘂𝗳 𝗵𝗮𝗮 𝘁𝗮'𝘂!
Maalif Kiristaanonni jedhu Laata?

Yeroo heddu keessumattuu nuti kiristaanonni Ortodoksii yeroo ciisuf jennu yookan Nagaan buli erga waliin jennee booddee Halkan yaa'qoob siif haa ta'u yookaan Halkaan Yaa'qoob nuuf haa taasisu jenna.

Egaa Maaliif akkas jenna Laata? Dubbichi Akkasi Jechi kun guutumaa guututti bu'uurri isaa kitaaba Qulqulluudha. Jechi dubbii kanaas Abbaa hunda keenyaa kan ta'e Ilmi Abrahaam Yisihaaq Ilmaan Lama qaba ture. Isaanis Eesaaw fi Yaa'iqoob jedhamu.

Eesaaw Hangafa yeroo ta'u Yaa'iqoob ammoo Qixisuu ture. Haa ta'u malee dullumni hin oolu waan ta'eef Abbaan Isaanii kun Yisihaaq dulloomee Ilma isaas eebbisuu barbaade; Ilma isaa hangafaa Eesawis eebbisuuf waamee ajaja kenneef. Eesaaw Ajaja sana raawwachuuf yeroo turutti Obboleessi isaa Yaa'iqoob ammoo Ajaja sana fuudhee dhufee isa fakkaachudhaan suga sana abbaa isaa irraa fudhate.

Kana irrattis Eesaaw baay'ee dallane, Dallansuun isaa kun baay'ees waan jabaatef Haatiifi Abbaan isaa Yaa'iqoob yeroodhaaf naannoo sana irraa akka fagaatu ajajan. Yaa'iqoobis Beersaabee irraa gara Kaaranitti godaanuf ba'e.

Osuma deemaa jiruus Iddoo tokkotti Aduun itti lixxee jennaan Dhagaa boraafatee ciise. Egaa yeroo kanatti seenaa guddaan kan isaaf raawwate.
Mee Halkan Yaa'iqoob haa ilaallu.

𝙃𝒂𝙡𝒌𝙖𝒏 𝑻𝙤𝒌𝙠𝒐𝙛𝒇𝙖𝒂. 𝙎.𝙐𝒖𝙢 23:1-
1ffaa. Yaabannoo fiixeen ishee samii tuqu, ergamoonni kan ishee irra ol ba'aniifi gadi bu'an arge.
Yaabannoon Yaa'iqoob yeroo ergamoonni ittin olba'aniif gadi bu;an arge sun Haadha keenya Q/Dubree Maariyaam ture.

Akkuma Qulqullichi Efreem weedduu Kibxataa 2ffaa irratti Yaa Maariyaam Yaabannoon samii tuqee yeroo ergamoonni irra olba'aniif gadi bu'an Yaa'iqoob arge si'idha akkuma jedhe.

2ffaa. Waaqayyo inni waa hunda danda'u halkan sana isa eebbisaa buluu isaa arge.
"𝑲𝙞𝒏𝙤𝒐 𝑨𝙣𝒊 𝒔𝙞 𝙬𝒂𝙡𝒊𝙞𝒏𝙖𝒏 𝒋𝙞𝒓𝙖 𝙞𝒅𝙙𝒐𝙤 𝙖𝒕𝙞 𝙙𝒆𝙚𝒎𝙩𝒖 𝒉𝙪𝒏𝙙𝒂𝙩𝒕𝙞𝒔 𝒔𝙞𝒏 𝒆𝙚𝒈𝙖 ..."

Halkaan kun halkaan yaa'iqoob h

08/17/2026
ittin Eebifama
08/09/2026

ittin Eebifama

Maqaa Abbaa kan ilmaa kan Afuura qulqulluu waaqayyo tokko Ameen.➺ .         ➺ ???✅  jechi jedhu hiikaa gara garaa yoo qa...
08/06/2026

Maqaa Abbaa kan ilmaa kan Afuura qulqulluu waaqayyo tokko Ameen.

➺ .

➺ ???

✅ jechi jedhu hiikaa gara garaa yoo qabaate iyyuu Filsetaa Maariyaam jechuun haati keenya qulqulleettiin dubreen Maariyaam Adunyaa darbu irraa gara Adunyaa hin dabarreetti (biyya lafaa irraa gara jireenya samii gubbaatti) ce'uu ishee yeroo itti yaadannuudha.

✅gama biraatiin jechi jedhu jecha Afaan Gi'iizii ' ' ፈለሰ jedhu irraa kan argame yammuu ta'uu hiikaan isaas gara , fudhatamuu agarsiisa.

➺ ?

✅Haati keenya qulqulleettiin Maariyaamiin Amajjii guyyaa 21'tti boqottee yeroo hawaariyaatonni Awwaaluuf kafananiinii deeman Ayihuudonni isheenis bor akkuma ilma ishee du'aa kaate, nuun jedhuu jechuudhaan ishee gubuuf koree tokko ijaaran. yeroo jarri Ammeenyaan wal gurmeessanii gara Hawaariyaatota warra Haadha keenya qulqulleettii Maariyaamiin Awwaaluuf deemanii bira ga'anittis Ayihuudota keessaa namni humna qabeessi maqaan isaa Taawufaaniyaa jedhamu siree itti reeffa ishee baatanii jiran qabu harki ni cite. booda garuu araarsummaa Maariyaamiitiin Qulqulluun pheexiroos harka isaa fayyiseeraaf.

✅sana boodas haadha keenya qulqulleettii Maariyaam waaqayyo jal'oota gidduudhaa fuudhee Qulqulluu Yohaannisitti agarsiisuun keessa bakka biqiltuu jireenyaa jala kaa'e. kunis kan ta'e Amajjii 21 ti.

✅Duuka buutonnis waaqayyo gara kamiinitti akka geesse (bakka awwaala ishee waan hin barreef) waaqayyo foon ( ) haadha keenya qulqulleettii Maariyaam akka mul'isuufiif tsoomii tsoomaniidha. Seenaan kun itti fufa ... dhiyootti na eegaa!!!!

✅yaa saba waaqayyoo har'as waan nu jalaa dhokate heedduutu jira waan ta'eef akka waaqayyo nuuf mul'isu kadhachaa tsoomii kana haa tsoomnu.

✅waaqayyo samiiwwan 7'n jiran keessaa bultoo isaa kan godhate . yeroodhuma aariy

𝗛𝗮𝗹𝗸𝗮𝗻 𝗬𝗮𝗮'𝗶𝗾𝗼𝗼𝗯 𝗻𝘂𝘂𝗳 𝗵𝗮𝗮 𝘁𝗮'𝘂! Maalif Kiristaanonni jedhu Laata?***Yeroo heddu keessumattuu nuti kiristaanonni Ortodoks...
08/04/2026

𝗛𝗮𝗹𝗸𝗮𝗻 𝗬𝗮𝗮'𝗶𝗾𝗼𝗼𝗯 𝗻𝘂𝘂𝗳 𝗵𝗮𝗮 𝘁𝗮'𝘂! Maalif Kiristaanonni jedhu Laata?
***
Yeroo heddu keessumattuu nuti kiristaanonni Ortodoksii yeroo ciisuf jennu yookan Nagaan buli erga waliin jennee booddee Halkan yaa'qoob siif haa ta'u yookaan Halkaan Yaa'qoob nuuf haa taasisu jenna.

Egaa Maaliif akkas jenna Laata? Dubbichi Akkasi Jechi kun guutumaa guututti bu'uurri isaa kitaaba Qulqulluudha. Jechi dubbii kanaas Abbaa hunda keenyaa kan ta'e Ilmi Abrahaam Yisihaaq Ilmaan Lama qaba ture. Isaanis Eesaaw fi Yaa'iqoob jedhamu.

Eesaaw Hangafa yeroo ta'u Yaa'iqoob ammoo Qixisuu ture. Haa ta'u malee dullumni hin oolu waan ta'eef Abbaan Isaanii kun Yisihaaq dulloomee Ilma isaas eebbisuu barbaade; Ilma isaa hangafaa Eesawis eebbisuuf waamee ajaja kenneef. Eesaaw Ajaja sana raawwachuuf yeroo turutti Obboleessi isaa Yaa'iqoob ammoo Ajaja sana fuudhee dhufee isa fakkaachudhaan suga sana abbaa isaa irraa fudhate.

Kana irrattis Eesaaw baay'ee dallane, Dallansuun isaa kun baay'ees waan jabaatef Haatiifi Abbaan isaa Yaa'iqoob yeroodhaaf naannoo sana irraa akka fagaatu ajajan. Yaa'iqoobis Beersaabee irraa gara Kaaranitti godaanuf ba'e.

Osuma deemaa jiruus Iddoo tokkotti Aduun itti lixxee jennaan Dhagaa boraafatee ciise. Egaa yeroo kanatti seenaa guddaan kan isaaf raawwate.
Mee Halkan Yaa'iqoob haa ilaallu.

𝙃𝒂𝙡𝒌𝙖𝒏 𝑻𝙤𝒌𝙠𝒐𝙛𝒇𝙖𝒂. 𝙎.𝙐𝒖𝙢 23:1-
1ffaa. Yaabannoo fiixeen ishee samii tuqu, ergamoonni kan ishee irra ol ba'aniifi gadi bu'an arge.
Yaabannoon Yaa'iqoob yeroo ergamoonni ittin olba'aniif gadi bu;an arge sun Haadha keenya Q/Dubree Maariyaam ture.

Akkuma Qulqullichi Efreem weedduu Kibxataa 2ffaa irratti Yaa Maariyaam Yaabannoon samii tuqee yeroo ergamoonni irra olba'aniif gadi bu'an Yaa'iqoob arge si'idha akkuma jedhe.

2ffaa. Waaqayyo inni waa hunda danda'u halkan sana isa eebbisaa buluu isaa arge.
"𝑲𝙞𝒏𝙤𝒐 𝑨𝙣𝒊 𝒔𝙞 𝙬𝒂𝙡𝒊𝙞𝒏𝙖𝒏 𝒋𝙞𝒓𝙖 𝙞𝒅𝙙𝒐𝙤 𝙖𝒕𝙞 𝙙𝒆𝙚𝒎𝙩𝒖 𝒉𝙪𝒏𝙙𝒂𝙩𝒕𝙞𝒔 𝒔𝙞𝒏 𝒆𝙚𝒈𝙖 ..."

Halkaan kun halkaan yaa'iqoob

Address

Dawit CH Kebeda WM
New York, NY

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sõòsïñnàä Bãàrõk posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category