18/09/2026
Haaromeen Wiirtuu Ce'umsa Oromiyaati!
Misoomsi qarqaraa fi gama hundaan gaggeeffamaa jiru kun, Oromiyaan jijjiirama dinagdee fi hawaasummaa guddaa akka gonfattu gochuudhaan, akka biyyoolessatti raajiidhaan ragaa bahamtuu fi naannawichaaf humna ce'umsaa taatee akka dhaabbattu taasisaa jira.